Oduu Haaraya

Yoo yakka rawwaatamaa jiru dura dhaabbanneefi Saaxillee moo yoo Dhoksinee Furmaanni dhufaa?

Ibsaa Nagaasaa

Waggoottaan 27 guutuu yakki dalagamaa turee ukkanfamuu irraa abbaan haqaa haqa isaa dhabee qe’ee isaatti ajjeefamaa ture. Suuraan armaan gaditti argitan kun yakka duguugga sanyii Uummata Oromoo Harargee Maayyuu Mulluqqee irratti baatii hagayya 12/12/2010 rawwaatamedha. Tajaajjila interneetaa Bahaa Oromiyaa irraa cituun wal qabatee haalli uummatni keenyaa torbee darbee keessa ture dirmannaa uummataafi quba qabeenyummaa haawaasa addunyaa hin argatiin tureera. Warri Media immoo dhagaa’aniiru, bu’aa ofii tiksuuf jecha aantummaa uummataaf akka hin qabne calaqqisiisaniru. (Where is All Government Medias and Business Medias )

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Finfinnee: Sirna Simannaa ABO/WBO kallattiin

Related

Yaada kanaaf deebisaa kenni