Oduu Haaraya

“Waliso yeroo ammaa kana fakkaatti.

waliso2017

Waliso yeroo ammaa kana fakkaatti. Opdo n Oromiyaa irraa dhufte akka gaariitti salphattee erga deebitee booda magaalaan akkuma qorritetti jirti.”

“Olankomii
olankomi
Guyyaa har’aa 12/11/2009 OPDO’n Daldaltootaa Magaalaa Olankomii keessa jiran hundaa Wajjiraa Aanaa Ejersa Lafoo tii waamtee marsissaa jirti.hata’uu malee Miseensaa OPDO’n Immoo Wajjiraa Mottumaa Cuufuudhan Daandii gubbaa ta’anii namootaa walgahii demmanii fi hin deemnee ilala turan.Daandii gubbaa ta’ani ilalaa kan turan keessa.kanaan Ani suuraa kaasse,Itti gafatamaa Bulchinsaa Magaalaa ykn Kanatibaa Obboo Salamoon Hayiluu fi Itti gaafatamaa Bulchinsaa Lafa Magaalaa Obboo Danyachoo Guutaa dha.suuraa kanaan isaan kaasse nannoo sa,atii 5:00 tti.Jawar Akkamiti Dawoo jala ta’ani akka jiran Qillensaraa naaf olchii.Halii magaalaa guyyaa akkam akka jirtu suuraa kaasse kanaas Qillensaara naag olchii.Wajjiraa Bulchinsa Magaalaa Cuufaa dha,Wajjiraa polisiin Cuufaa dha.”

Check Also

aayyaa fii okkaash

Bobbahee galuun rakkoo taatee, dalagadhee jiraachuu na dhorkitee…

https://www.facebook.com/amrula.tahiro/videos/2389086314473603/?t=75