Oduu Haaraya

Waamicha Ariifachiisaa Uummata Oromoo Maraaf

~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Share gochuu hin dagatinaa
Akuma beekamu Fincilli Xumura Garbummaa Oromiyaa keessatti itti fufuun beekamaadha!
Fincila ji’oota saddeet lakkoofsise irratti uummati keenya gaaffii abbaa biyyummaa gaafateef,xiyyitii wayyaaneetiin ilmaan Oromoo dhibba jaha ta’an yeroo lubbuun darban Kumaa kitilli mana hidhaa wayyaneetti ugguramanii, kaan ‪#‎Abbaa Dabbasaa Li‬iban Guyyoo tii qabee achi buuteen isaanii dhabameera.Ajjeechaa mootummaan alagaa Oromiyaa keessatti geggeesse kanas,Paarlaamaan duute, tarkaanfii madaalawaatu fudhatame jechuun hawwii itti dabalee ilmaan Oromoo xiyyitiin funaanuuf qabu ifatti mirkaneesssuun, Oromiyaanis bulchiinsa waraanaa saddeet jalatti hiramuun, qaamni shororkeessaa kun,ajjeechaa ofii geggeessu cinatti ilmaan Tigiraayii Oromiyaa keessatti bobbaasuun ajjeechaa daguuggaa Sanyii ta’e
‪#‎Arsii Lixaa Shaashamanneetti‬ geggeessuun, ‪#‎Harargee‬ keessatti
‪#‎Liyyuu Poolisii‬ bobbaasuun uummata keenya fixuun isaa kan dagatame miti!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Qabsoon Oromoo qabsoo saboota biroofis tulluu sodaa kuffisuun sirnicharratti dhiibbaa guddaa uumuuniifi, bonaa ganna utuu hin jedhin yoona ga’eera!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Guyyaa har’aa kana Shawaa Lixaa
‪#‎Jalduu‬ , ‪#‎Gindabart‬ irratti aarsaan wareegama qaalii lubbuuudhaan baasamaa jira.Kanaafuu,fincila kana milkeesssuuf,qabxiilee kana akka armaan gadiitti yoo waliin irratti hojjenne gaaridha jedheen ilaala
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
1 Yeroon kun yeroo gannaa waan ta’eef riqichoota kutuu, daandii akkuma duraanuu barame irratti hojjechuu.
2 Qabsoon kun bakka bakka ta’uun humna keenya waan dadhabsiisuuf, gamtaan kaanee haa falmannu
‪#‎Walirrattihinilaallu‬
3 Akka kana duraa harka qullaa itti ba’uufi hiriiraan ba’uu utuu hin taane, Gaachana,Shimala, Buttujjii,Mancaa fi mi’a waraanaa qabnuun itti ba’uu ( qawween hidhannoos argamnaan gaariidha! )
4 Yoo namni nu keessaa du’u,xiqqaatus guddatus wayyaanee keessaa utuu hin ajjeesin galuu hin qabnu!
5 Nama sirna kana wajjin uummata keenya ajjeesu saba kamirraayyuu ta’u dhiifama waan hin qabneef fira keessan Raayyaa waraana wayyaanee keessa jiranis gorsaa yoo du’an fira kiyya jettanii haaloo lagaa fi gosaa godinaas walitti hin qabatinaa
6 Qabeenyaan dhuunfaas ta’e kan mootummaa Oromiyaa keessa uummata harka qullaa imaluu alatti konkolaattota fe’umsaa hin dabarsinaa,Abbootiin qabeenyaas hojii irraa konkolaataa keessan boqochiisaa
7 Gonkumaa tarkaanfii Ittisaa haa fudhannu, meeshaa wayyaneerraa hiikkachuufi yeroo roobaa sagaleen waan hin dhagayamneef tarkaanfii barbaachisu fudhachuu!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Dhugaa qabna wayyaaneerra ni aanna!
Caalaa bultume ( Qeerransoo Gooticha Oromo)

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …