Oduu Haaraya

VOA Afaan Oromoo waayee Dr. Sheek Muhammad Rashaad

Gaafiif Deebisaa VOA Afaan Oromoo waayee aakhiramuu Dr.Sheek Muhammad Rashaad Abdullee Laalchisee gaazeexeessaa Obboo Sa’id Mohammad fii joollee Dr. Sheek Muhammad Rashaad waliin taasise…(galanni kan VOA fii Ayyub Jemaal)

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Dr. Sheekh Mohammad-Rashaad Abdullee- Buulessa Seenaa Oromoo ti

(Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo)   Addunyaa kana irraa duáan boqochuun hayyicha amantii, afaanii fi barnoota …

Yaada kanaaf deebisaa kenni