Oduu Haaraya
magaalaa gondoo

Two Oromo Farmers in Salale Brutally Murdered

Their Bodies Dragged and Put on Pubic Display for Resisting Oppression Against Tigrean Habesha Rulers [Viewer Discretion Advised: Graphic Photo] Ob. Jawar Mohammed (Facebook): “Some might doubt such a barbaric action actually happened in the present day. But it did. This picture was taken on December 9, 2014, in Oromia, Salale province, Darra district, Goro Maskala town. The government soldiers killed Katama Wubatu and his comrade whole rebelled due to harassment, dragged their body through the town and displayed it like this as way of terrorizing the public.

Suurri argaa jirtan kun GOOTOTA ilmaan Oromoo roorroon hammaannan Wayyaanee fuuldura gootummaa dhaan falmaa dhaabbatanii utuu lolan kanneen harka diinatti Gaafa kufan wayyaaneen gochaa suukaneessa akkanaatiin uummata yaamtee raawwii akkasii jiilchaf ilmaan Oromoo kanneen irratti raawwatte. Oromoo ajjeessaa, falmaa du ‘ uun ykn wareegamuun kabajaa guddaa dha.
Bakki ta ‘ iin kuni itti raawwatame godina SALAALEE, aanaa Darraatti gaafa 09/12/2014. baatii darbe keessa ture .
Sababiin isaan bosoona seenaniifis roorroo warri ergamtuu wayyaanee OPDO, dabballoota aanaa tirraa irra gahaa ture waan dadhaabaniif tahuutu gabaafama .

Maqaan gooticha kanaa KATAMAA WUBETUU kan jedhamu erga dhiirummaasaa fi gootummaasaa loltoota wayyaanee 4 fi poolisoota hedduu galaafatee Booda harka diinatti kufuu dhaan gaafa guyyaa 09\12\2014, aanaa Darraa. Magaalaa Gondo Masqaal irratti wayyaaneen gochaa gara jabummaatiin uummata keenya jiilchuufi sodaachisuuf hiriyaa walin fannifte.

Dirreen inni itti lolaa ture, aanaa DARRAA naannoo Harbuu Masqaalee keessatti akka tahe qeerroon aanaa Darraa gabaasaniiru.
Jaallan KATAMAA waliin qabsootti bahan ammas qabsoo akka finiinsaa jiraniifi ilmaan Oromoo hundaan hidhaa ka ‘ aa! Dhaamsa jedhu dhaammataniiru jedhama.

QABSAAWAN ni KUFA, QABSOON ITTI FUFA!
OROMIYAAN ni BILISOOMTI!

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …