Oduu Haaraya

Toophiyaa fii Misra dantaa lamaan saani jidduurratti marihachuufi deemu

Hegeree Oromiyaattin

Ambaasadarrii Masriif Finfinnee taa,uu Mohammed Idriis odeyfanno burqaa Oduu “sharq Al-owsat” waliin godheen Presdentiin masrii Abdulfattaah Al-sisii fii Mummichi ministera Ethiopa Haylamaram dassaalenyi Newyorkitti dhimma Biyya lamaanii keysaafuu Waa,ee Laga Abbaarratti wal marihachuuf kan deeman ibsee jira .

Ammallee itti gaafatonni haajaa alaa Biyya lameenii Shukrii fii tawaadros kan wal arguuf taa,an ibsee itti dabaludhaan masriin Finfinnee keysatti mana yaalaa ” Onnee fii Qochumaa ” akkasuma bakka ” khalee itti dhiqan” Ogeysa Fayyaa Addnyaa Dr Majdii Ya,aqubiin ummata Ethiopaf kan banan tahuu ibsee jira. Gara biraan yeroo ammaa kanatti masriin Ogeysota fayyaa 16 Ethiopa irraa fiddee Hospitaalota Cairo keysatti akka lenjisaa jiran burqaa Oduu kanaaf dabalee addeysee jira.

 

Check Also

walloo

Witnesses say latest ethnic clashes in Ethiopia kill dozens

NAIROBI, Kenya — Witnesses allege that several dozen civilians and fighters have been killed in …