Oduu Haaraya

“Tigireen miliyoona torbaa eessa jiraataa jirti?????

Tigironni kun miliyoona torba jedhamee Yeroo hedduu ni dubbatama.Garuu Tigireen miliyoona torbaa kun Tigiraayin jiruu???Deebiin isaa miti.Eessa jiru ree?Gaafii sirriiti.Dubbiin akkana.Tigireen baadiyyaa tigiraayii jirtu miliyoona 3 hin geessu.Tilmaaman miliyoona 1.5 ammoo magaala Maqalee jirti.Kan hafte hoo eessa jirti?Ammas gaaffii sirriidha.Deebiin isaa Kan hafte parsantiin 95% Oromiyaa keessa jiraatti. Parsantiin hafte ammoo naannolee biraa keessa jiru.Tigiroonni Oromiyaa keessa jiran kun eessa jiru?
Deebiin isaa kunooti.

1_Kondominiyeemii Finfinnee keessa jiru mee deemati laala.Akkuma jiranitti tigiroota.

2_Kondominiiyeemii amma ijaaramutti jiru dhaqaa ilaalaa.caalmaan tigiroota.

2_Real estate Finfinnee keessa jiru dhaqaati jalqabaa hanga dhumaa keessa deemaa. Achis Kan dhuunfate tigiroota.

3_Mana daldalaa finfinnee keessa jiru irra deemaa daawwadha.Keessattuu naannoo hayaa wuleetti jedhamu(22).Akkuma jiranitti Tigiroota.

4_Mana mootummaa Kan Finfinnee keessa jiru dhaqaa laalaa.Mana qabalee kan jedhamu jechuudha.Tigiroota.

5_Dhaabbata dhuunfaa hedduu isaa deemaa laalaa.tigiroota.

6_Dhaabbata mootummaa fknf gumuruk iddoo hoggansaa irra Kan jiran hundi isaanii tigiroota.

7_Dhaabbata geejjiba galaanaa.(Ethiopian shipping and logistics services). Kunis Tigirootan Kan guuttame.

8_Dhaabbata Midrok deemaa hoggansa irra Kan jiru Tigiroota.

9_Bulchiinsa manneen magaala finfinnee akkuma jirutti Tigiroota.

10_Dargaggoota Tigiree Kan black market irratti hirmaatan Kan waraqaa eeyyamaa qaban.Kan poolisni Hin qabne. Kan kappitaala gurguddaa sochoosan akka jiru hoo beettuu?

11_Dhaabbata xiyyaara xoophiyaa. Hoggansiif Kan qacaruuf Kan ari’us tigiroota.

12_Worshaalee Oromiyaa keessa jiran hooggansi isaanii tigiroota.
…….Kan hafes ni jira…..
Worraaqsi itti aanu kanneen beekuu qaba.Addaan bahee hubatamuu qaba.”

Check Also

faannoo

OROMO CIVILIANS CONTINUE TO BE TARGETED BY FANO MILITIA

Amhara Fano continued to attack Oromo civilians. In this latest incident, at least 17 people …