Hayyuu meeqa kan biyyaaf abdatame, Du’aa jala bu’ee humnaan nurraa saamee, Diinaatu aagibeeysee ifaan saanii dhaamee, Guyyaa akka malee addunyaa irraa deeme. Goota murtii …
Read More »
Hayyuu meeqa kan biyyaaf abdatame, Du’aa jala bu’ee humnaan nurraa saamee, Diinaatu aagibeeysee ifaan saanii dhaamee, Guyyaa akka malee addunyaa irraa deeme. Goota murtii …
Read More »Walaloo gabaaba asii gadii kanaa hayyuu,beeka,aalimaa keenya guddaa Sheekh Abubakar Usaman Odaa(#Shek_Bakrii_Saphaloo) tu gaafa lubbuun jiru barreese. Mee dubbisaa ittiin yaadadhaa. Hayyuu keenyaaf rahmata kadhadhaa. …
Read More »Badii maalii qaba diinni? Nutu karra saaqeef, balabala banee olgalche. As taa’i jennee teessoorraa kaaneef. Cooma murree afanitti gurshine. Itittuu habuuqqachiifne. Qe’ee bal’aa itti agarsiifne. …
Read More »Najiib Zannuun irraa Filuun boortaa mitii Dabbasaan tan abbaatii Feetu gudureeysuun, Feetu goofareeysuun, Murtiin mataa keeti. Tan sabaatii mitii Kanniisa hin filadhu! Isas hin jaaladhu! …
Read More »Du’a dheefa, du’a dheyxee… Yaa lammikoo, karaa meeyxee ? Nama keessaa si filattee Goojjo teetii gad darbitee Qeheef maatiin gargar baaftee Lagaa gaaraan baaftee buuftee …
Read More »Galmee injifannoo si yaa dirree duulaa, Gootummaa abbootiin si keessatti laala, Dhiigni galaanawee sirra yaa’e akka lolaa, Bar dhibba caalaa, lafee dhabde awwaala, Hanga …
Read More »KALEESSAF DHEENGADDA, KICHUU HEDDUU MURTEE DHIIRAA DHALAAN JENNE HUNDHEEDHUMAAN HAAMTE. bineensa bosonaa, boqonnaa dhorkitee mukkeen gurguddaadhaa, gaaddisayyoo cirtee, lafa safuu qabu kununsurra, falfalaan buqqiftee …
Read More »