Oduu Haaraya

Sirbaa har’waa kanaa yadannon isaa Uummataa bellaan rakkaachaa jiraaniif dha kan sirbamee!

Soddaa tokko male Rakkoo ummanii keenyaa qabaan ibsaa jirachuun isaanii baay’ee namaa bonssuu haa ta’uu garuu ergaa cimaa nuf dabrsuu isaanif imoo galata guddaa Ummataa oromoo biraa qabaan Saba birroo birraas akkasumaa beeltii yeroo hin keenuu aniis asuumaan waan dandenyuun mee lammii keenyaa biraan haa dhabaanuu maloo wayyanee akkaa dhumnee dhabmnuu barbadaa!!

Shukri Jemal
Galaan Goromsaa!

Lammiin koo beelahee dheebotee
Osso qabuu dhabee rakkatee
Harkaa ormaa lalaa jiraa
Haa birmannuf nu wallin firaa

Tasa yoo jabatee
Didee garaan uumaa
Kan laammii abdatuu
Yaa lammii koo sumaa

Alagaan alagaa dha
Siiumaa hin yadatuu
Saba rakkon jiruuf
Garaan hin rifaatuu?

Gaafaa funyaan dhiigu
Ijii imimaan buufti
Rakkoon dhiigaa ofii
Gadoo namaafi kuusti

Maqaa tokkon nu beeku
Nu waliin waamamnaa
Walumaan dheebonee
Walumaan beelofnee

Tokko hirribaa dhabnaan
Tokko nagaan hin rafuu

Ittii fufaa,,,,,,,,,,,,,,,,,

Check Also

xalayaa

Seenaa gammachuu qamaltii: Kutaa Tokkoffaa

Taammanaa Bitimaa irraa Jaalatamoo fi kabajamoo yaa dubbiftoota barreeffama kanaa, mee kunoo hardha irraa kaaseen: …