Oduu Haaraya

Shira Abiyyii Maqaa Sabboontotaa Ittiin Xureessee Oromiyaa Ittiin Cabsuu Barbaadu

Abiyyi ilmi nafxanyaa erga dhiiga oromootiin aangoo dheebotaa ture argatee kan inni diinoffate ummatuma dhiiga cobsee lafee cabsee aangotti isa baase ummata oromoo tureShira guddaa xaxanii taapheellaa #Shanee jedhuun ummata nagayaa fixaa turan ammas fixaa jiru amma shira biraa kan ummata oromoof sabboontota oromoo ittiin dhahan haaraya baasanii hojitti jiru jabbiiloonni isaa ifatti dubbataaruShirri kunis wayyaaneen oromiyaa dirree waraanaa taasisuuf shira shirtee maallaqa lolaastee maqalee irraa ergaarti jedhu wal harkaa fuudhaa jiru kun maaf ta’aa jira? dhuguma wayyaaneen kalee diina oromoo turte sun har’a fira oromootii?Dhuguma oromoon wayyaanee kalee isa ajjeesaa turte har’a fira ofii taasifatee maallaqa irraa fudhatee mana ofii oromiyaa dirree jeequmsaa taasisaa?kun hunduu soba akka oromoon waan jedhame kana hin hin dalagne warrumti taappheellaa kana namaaf maxxassaaruu tolchee beeka Dubbiinis dubbii sanii miti waan jedhameef qaba yeroo jedhameef qabaWayyaaneen warruma kaleessa kooraa malee isaan yaabbataa tureedha warruma kaleessa lugaama itti godhee isaan ergatee tureedha oromoof wayyaaneen diina ammas borus ammas borus kalees warruma har’a kijibaa jiru kanatuu fira wayyaaneeti Maqaa ergama wayyaanee fudhatte jedhu sabboontotatti moggaasaa oromiyaa dirree keequmsaa taasisuuf hojitti kan jiru warra biyya bulchaa jiru #PPdha ummanni keenya shira mootiin nafxanyaatiif jabbiloonni isaa shiraa jirtu kana bukoo jarri bukeessitee gadiin bahaa jirtu kana dursee of qopheessee fuldura dhaabbachuu qaba#Shirri_Abbaa_Shiraa_Jiruuf~by Usmaan Waariyoo Heeban.

Check Also

faannoo

OROMO CIVILIANS CONTINUE TO BE TARGETED BY FANO MILITIA

Amhara Fano continued to attack Oromo civilians. In this latest incident, at least 17 people …