Oduu Haaraya

Salphinni namaa hindhokattu hirribni SHaneen waggaa 20 dirra gara galfachuu diddee yaamicha saba bal.aa gurra irraacufatteef hidhii muxachuu tahe. Kan sabaaf waangaarii yaadee dalage oromoo dhiisii alagaanilleen maqaa #QEERROO ti fii #Jawaar yaama Jedha jarri itti dhihaadhaa share godha

Posted by Badhaasa Oromiyaan on Tuesday, August 29, 2017

Salphina garee maqaa qabsootiin nagadaa baate caqasi!

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

KIBBAA OROMIYAATI HIRIIRA NAGEEYA CIMAATU GAFAA 5/6/2010 IRRAA KAASE AKKA GAGGEFAMUF QOPHII IRRAA JIRAACHUU QEERRON BEKSISE!!

==================================== Irraa Deedeebine dhimmaa komii Ummaataa Godina Gujii fi Boraana Gafachaa turus Motummaan naannoo Oromiyaa …

Yaada kanaaf deebisaa kenni