Oduu Haaraya

haroomaayaa2017

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

#ABCDeebisaa Jijjiirraa tartiiba qubee ilaalchisanii #Mormii Hayyoota Oromoo

  Dr. Eshete Gemeda Afaan saba tokkoo mallattoo saba sanii qofa osoo hin ta’in, jireenya …

One comment

  1. Adurrefi hantutatu cidha waliin qopheeffatan. Bakka tokkotti waliin sirbuufis waliigalan. Hantutni gamna waan taateef deemis adurree waan galeef bakka adurreen wal beelamanitti boolla hedduminaan qotattee afaan boolla gubbaa teessee eegde. Adurrenis afaan mi’eefacha gamaan as baatee sirbaa. Hatutnis akkas jette jedhma “of eeggachaa, ilallachaa” sirbaa jette jedhama.

Yaada kanaaf deebisaa kenni