Oduu Haaraya

RDH: Rakkoon keenya guyyaarraa guyyatti hammaachaa deemaa jirti

Nuti akka nama bishaaniin liqimfamee harka ola qabaa jiru waan tahee nutti dirmadhaa!!  Addunyatti nuuf iyyaa!! jedhu baqattoonni Oromoo ka yeroo ammaa biyya Yaman keessa jiraatan..

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …