Oduu Haaraya

Rakkoo Baqattoota Oromoo Yaman

 

Guyyaa arraa kana 08/11/2015 Biyya Yaman Magaalaa Guddittii Sana’aa keesatti Baqataa Oromoo kan tahe Obbo, Abdurazaq Mohammad, kan dhalootaan Naannoo Daaruu Laboo tahe,
Lammiin Yamanii Sadi Ati Lammii Sudanii jachuun tumuun Balaa guddoo qaama isaarra geesisan.
akkasuma yaroo ammaa kana Baqattoota Oromoo biyya kana keesa jiran Balaa rakkoo akkanaatiif kan saaxilamaniidha!!

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …