Oromo TV:Marii Hawaasa Oromoo Minnesota balaa baqattoota Oromoo Yeman

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Gareen maqaa qabsootiin biyya alaatti wal kolaasaa baate, haarayatti duula walirratti banaa jiru

Dhakaa bu’uuraa haqaan kaa’ame haqanii balleessuun waan hin malleedha. Ebla 4/2019 Sabbataa Murna dulloomee shiraan …

2 comments

  1. haalli baqatoota oromoo yemen baayye hammacha jira.magalaa sana’a naannoo kafjii jedhamuu xiyyaari gaara erga rukkutee booda dhagaan folloqun baqatoota midhee.akkasumma foddaalee cacabsun. kanafuu keesuma dubbartoonni fi ijoollonni bayyee dhiphacha jiru bakka bultilee dhabuun kanaaf nuuf iyya jenna.oromiyan ni bilisomti jabaadha.

  2. galatoomi maqaa keetin utuu ta’e bayyee gaarii ture.waan yaade bakkaan ga’ateetta nama marachuun salphadha akkuma jette.dhugaan…

Yaada kanaaf deebisaa kenni