ODF ilaalchise yaadni dhuunfaa ani qabu maal fakkaata?

ODF ilaalchisee yaada tiibbana daddarbamaa jiruu irratti ilaalcha dhuunfaa akka nam tokkootti qabu biifa barreeffamaan ibsachuun rakkiisaa waan ta’eef video gabaabduu kana waraabuuf diirqameen jiira. Video kana keessatti waan sadii irratti ilaalcha koo ibsachuu yaaleera:

1) Walaloo ani tiibbana barreesse irratti yaadni/qeeqni namootaa maal fakkaata? Ijjeennoon ani qabu hoo akkamiin ibsama?

2) Yaada ibsachuu irratti garaagartuummaan dhaloota abbootii keenyaaf nu qiixxalamaan jiiru akkamiin ilaalama.

3) ODF ilaalchise yaadni dhuunfaa ani qabu maal fakkaata?

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Gareen maqaa qabsootiin biyya alaatti wal kolaasaa baate, haarayatti duula walirratti banaa jiru

Dhakaa bu’uuraa haqaan kaa’ame haqanii balleessuun waan hin malleedha. Ebla 4/2019 Sabbataa Murna dulloomee shiraan …

Yaada kanaaf deebisaa kenni