Oduu Haaraya

Odaan Oromoo hoolaa irrattis mul’achuu eegalee jira. Gadaan teenya!! 

“ilmoon hoola kun baha Oromiya ana kombolcha aradda qeeransatti dhalatte
Rabbilleen nuuf dirmachaa jira”

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Food Insecurity Catastrophe In Ethiopia Is Due to The Carelessness of The Dictator TPLF Government for The Life of Oromo People

Human Rights Watch have reported how the Ethiopian Dictator government is taking the foreign aid …

Yaada kanaaf deebisaa kenni