Oduu Haaraya

Obboo Abbaa Magaal hikkame jedhu

Waggoota 22oliif mana hidhaa wayyaannee keessatti hidhame dararamaa kan turee Qabsa’aa fi gotichii Oromoo Abbaa Magaal (Jamal Mustefa Adem) gaafa 9/22/2014 mana Hidhaa wayyaannee qaalliitti kessaa hikkameera jedhu

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …