Oduu Haaraya

New Dirama Afaan Oromoo (Sin Dabrin)

Aartii Afaan Oromoo Guddisuuf gummaacha keenya haa baanu!!! Yaada qofa kannachuun guddina Aartiitiif humaa hin godhu. Tanaaf gahee gama keenyaa bakka jirruu bahaachuun dirqama lammummaa haa ta’u!!!!!!

https://youtu.be/jE91hdJsf00

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Seenaa fi Hidda Latinsa Oromoo Harargee

Gosoonni Oromoo kan Ilmaan bareentummaa tahan keessaa kan harargee keessa jiraatan ilmaan Humbannaa/Aniyyaati isaaniis ilmaan …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *