Oduu Haaraya

Naannoolee Oromiyaa fi Saboota Kibbaa humna Minilikiin Weeraraman (1865-1900).


1) Shawaa 1865
2) Walloo 1867-1876
3) Tuulama 1879-1882
4) Macca 1882-1886
5) Wallagga 1879-1886
6) Biyya Gumaa 1879-1882
7) Biyya Gomaa 1879-1887
😎 Liimaa Inaariyaa 1879-1887
9) Biyya Geeraa 1979-1887
10) Jimmaa 1882
11) Arsii 1882-1886
12) Iluu (Harar 1885-1887
13) Baalee 2890-1891
14) Boorana 1897
15) Guraagee 1875-1889
16) Liibidoo (Maaraqoo 1891
17) Alaabaa 1890
18) Hadiyyaa 1875-1890
19) Kambaataa 1891
20) Jaanjaaroo 1894
21) Booshaa (Gaaroo 1890-1894
22) Kafaa 1879-1897
23) Beenchoo 1897
24) Gurra Fardaa 1897
25) Gimiiraa 1897
26) Biyya kooshaa 1897
27) Gooldiyaa 1897
28) Biyya Zaaraa 1890-1894
29) Kuulloo 1890-1894
30) Koontaa 1890-1894
31) Walaayitaa 1890-1894
32) Kuushaa 1894
33) Biyya Boroddaa 1894
34) Goofaaa 1894-1895
35) Baakoo (Galab 1898
36) Maajii 1898
37) Gaamoo 1894-1895
38) Koonsoo 1897
39) Sidaamaa, Geede’oo 1890-1891
40) Ogaadeen 1890-1897
41) Iissaa 1896
42) Affaar 1896
43) Gumuz 1898
44) Beeneshaangul 1897
45) Nuweer, Anyuwaak 1897
46) Majangar 1897

Ummanni Oromoo erga alagaan qabatame booda maaltu isa mudate? Haala bara dhibbaafi shantamaa (150) ol calaa oromiyaa keessa ture itti yaadaa?

Check Also

dhaloota qubee

Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Injifannoo Argamee fi Balaa Isa Mudate

Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Injifannoo Argamee fi Balaa Isa Mudate Leenjisoo Horoo Elba 25, 2023 Mata-Duree …