Oduu Haaraya

Muummichi ministeeraa Obbo Haayila Maariyaam Dassaaleny kaabinoota isaanii mana mare bakka bu’oota ummatootaf dhiyeessuun muudaniiru:

Haaluma kanaan:-
1 Obbo Dammaqee Mokoniin I/A Muumicha ministeeraafi qindeessaa kilaatera hawaaswummaa
2. Dr. DabreTsiyoon G/Madiin -Sad/I/A Muumicha ministeeratti
qindeessaa kilaastera dinagdeefi ministeera quunnamtiifi Infoormeeshin teknoolojii
3. Addee Aster Maammoo- Sad/I/A Muumicha ministeeratti qndeesituu kilaastera
bulchiinsa gaarii fi minsteera repabilik sarviisii fi misooma qabeenya humna nama
4-Obboo Siraaj Fageessaa minstira Ittisa biyyaa
5-Dr.Tediroos Adihanom Minstira Dhimma Ala
6-Obboo Kaasaa T/birahan Minstira Dhimmoota federalawaa fi misooma naannoo horsiisee bulaa
7-Obboo Getaachew Ambaayee Minstira Haqaa
8-Obboo Abdulaziiz Mahammad Minstira Qindoomina maallaqaa fi diinagdee
9-Obboo Silaashii Getaahuun Ministira Misooma qabeenya beeyladaa fi qurxummii
10-Obboo Tafarraa Darriboo Ministira Misooma qabeenya Qonnaa fi umaama
11-Obboo Ahimad Abbitew Ministira Industirii
12-Obboo Abbiy Ahimad Minsitira Saayinsii fi Teeknoloojjii
13-Obboo Yaaqob Taalaa Minsitira Daldalaa
14-Obboo Warqineh Gebeyew Minstira Geejjiibaa
15-obboo Makuriyaa Haylee Minstira Misooma magaalaa fi manneenii
16-Dr.Ambaachew Mokoniin Minsira Koonstirakishinii
17-Obboo Mootummaa Maqaassaa Ministira Bishaan jalliisii fi Isaa[Elektiriikii] 18-Obboo Shifaraw Shugguxee Ministira barnootaa
20-Obboo Toloosaa Shaagii Ministira Albuuda booba`aa fi gaazii umaamaa
21-Dr.Kestabirahan Adimaasuu Minstira Fayyaa
22-Obboo Abdulfattahaa Abdulahii Ministira Dhimmoota hojjatootaa fi hawaassummaa
23-Injiinar Ayisha Mahammad Minstira Aadaa fi Turiizimii
24-Addee Zannabuu Taddassaa Ministira Dhimma Dubartootaa fi Daa`imanii
25 Dr, Shifaraaw T/Mariiyam ministira Misooma bosoona naannoo fi jijjiirama qilleensa
26 Obboo Reediwaan Huseen Ministira Dargaggoo fi Ispoortii
26 Addee Dammiituu Hambiisaa Ministira Daabbiilee misoomaa Mootummaa Ta`uun kan muudaman yoo ta`u
kana malees Sadarkaa ministiraatti miseensota kabiinee ta`anii namoonni 4 mudamaniiru isaniis
1-Obboo Bakar Shaalee Dareekteera ol aanaa abbaa tayiitaa Galiiwwanii fi Gumruukaa
2- Obboo Getaachew Radaa Hoggana Wajjiira Dhimmoota Koominikeshinii Mootummaa
3-Obboo Asimalaash W/silaasee Mana mare bakka bu`oota ummataatti bakka bu`aa mootummaa
4-Dr. Yinaagar Dassee Komoshineera komishinii pilaanii Biyoolessaa

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …