Oduu Haaraya
kaayroo2016

Masrii: magaalaa muummittii biyya Misra Kaayroo keessatti Oromoonn bala ibiddaan du’an

Oduu Gaddaa Guyyaa Har’aa biyyaa Maasrii magaalaa kaayiroo keessaatti baqattotin Oromoo baala ibiddaa Gamoo isaan irraa jirtan irrattii ka’ee midhaa cimaan irraa gahee jira baqattotin kun bayyee waan midhamnii jiruf Du’aa’ii nuuf godhaa jedhuu du’aa’ii godhaafi Yaa sabaa kiyyaa nuu hunduu waan tanu hin beeknu

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …