Oduu Haaraya

Manni murtii Wayyanee magaalaa Dirre Dawaa barattoota 16 irratti murtii adabbii hidhaa waggaa 1-5 fi mallaqaa dabarse

# BecauseIAmOromo
Daraartuu Abdataa Jedhamti barattuu Yuuniversitii
Dirree Dawaatti Hooggantuu Gumii Afaan,Aadaa,see
naa Oromoo turte.erga sochii baratoota gaaffii mirga
abbaa biyyummaati as humna tikaa mootummaa
wayyaneetiin hiriyoota isheerra adda bafamtee hanga
ammatti mana hidhaa Wayyanee keessatti erga
turtee guyyaa kaleessaa jaallaan ishee kan biroo
waliin murtiin hadhooftuu isheef isaan qunnamtee jirti
Daraartuun Yoomuu keessa keenyaa hin baddu!!
Manni Murtii Magaalaa Dirree Dhawaa sadarkaa
jalqabaa Baratoota Oromoo
Yuuniversiitii Dirree dhawaa gaaffii mirga abbaa
biyyummaa,Masteer
pilaanii irratti karaa seera alaan gaafattaan jedhee
baratoota 21 irratti himata banee ture,guyyaa
kaleessaa 16 irratti murtii adabbii hidhaa waggaa 1-5
fi mallaqaa dabarse
Baratootni Oromoo Yuuniversiitii Dirree Dhawaa
Murtiin kun irratti darbe;
1,Daraartuu Abdataa
2,Mootii Baanjuu
3,Dheeressaa Simee
4,Dassaalany Beeksisaa
5,Abdii Birraa
6,Gadaa Baaneetaa
7,Leencoo Teediroos
8,Darajjee Tasfaayee
9,Ifaa Geetaachoo
10,Amaanu’eel Ittafaa
11,Baacaa Bazzuu
12,Dassaalany Koorsaa
13,Taagal Gulummaa
14,Milkeessoo Qaaqoo
15,Mussaa Umar
16,Yeroosan Shallamaa jedhamu
Murtiin kun gonkumaa daandii seeraa irra akka hin
jirre ta’uu
jiraatotnimagaala Dirree Dhawaa fi baratootni
Yuuniversitii Dirree
Dhawaa dubbachaa,gadda isaanitti dhaga’amees
ibsataniiru!
# YaaRabbi Ati dubbadhu!!
18 mins · Public

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …