Manifestations en Éthiopie : Jawar Mohammed, nouveau leader de l’opposition At least 67 killed in Ethiopia clashes in recent days

Taateen jiiduu kanaa Jawar mediyaa gurgudaa Adunyaa biiraatii ijoo tahee jiraa share godhaa nafxanyaa biraan gahaa!Ija fi gurri addunyaa Jawar Fi Abiy irra jira tibbana#Jawar hogganaa mormitootaa jetteen miidiyaa guddichi France 24 haala kanaan gabaasaa jira afaan addunyaan beeytun..Manifestations en Éthiopie : Jawar Mohammed, nouveau leader de l'opposition At least 67 killed in Ethiopia clashes in recent days

Posted by Hamza H Yusuf on Monday, October 28, 2019

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Obboo Lammaa Magarsaa walitti makamuu Paartiilee ADWUI kan hin fudhanne tahuu beeksise

Odeeyfannoo #Nuuralhudaa November 29, 2019 Obbo Lammaan gaafii fi deebisaa raadiyoo sagalee Ameerikaa VOA waliin …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *