Oduu Haaraya

Magaalaa Dirree Dawaa Hayyuu fii Sabboonaa isii Dr. Sheek Muhammad Rashaad Abdullee sirna boonsaan awwaallatte

Oromiyaa  Bahaa: Magaalaan Dirree Dawaa hayyuu fii sabboonaa isii, abbaa ummata Oromoo, kan saba isaa dukkana wallaalaa keessaa baasuuf hamma lubbuun isaanii gama akhiraa deemtutti saba kanaaf carraaqaa ture,  sirna boonsaa asiin dura dhala Oromoo keessatti tahee hin beeyneen awwaalate….

Kutaa tokkoffaa

 

Kutaa Lammaffaa

 

Kutaa Sadaffaa

 

 

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

JECHOOTA GAMNAA KUTAA 11FFAA

Waa sadi jabeessi; tattaafadhuun 1. Hojii 2. Barumsa 3. Abdii *** Waa sadiin namatti dondhoomin …

Yaada kanaaf deebisaa kenni