Oduu Haaraya

Magaalaa Dirree Dawaa Hayyuu fii Sabboonaa isii Dr. Sheek Muhammad Rashaad Abdullee Akkanatti awwaallatte

Oromiyaa  Bahaa: Magaalaan Dirree Dawaa hayyuu fii sabboonaa isii, abbaa ummata Oromoo, kan saba isaa dukkana wallaalaa keessaa baasuuf hamma lubbuun isaanii gama akhiraa deemtutti saba kanaaf carraaqaa ture,  sirna boonsaa asiin dura dhala Oromoo keessatti tahee hin beeyneen awwaalate….

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …