Oduu Haaraya

Lukkuun/indaaqoon leencatti qaaqqiftu humaa hin tartu jedhee hirriiba itti fuudhe fakkaata jaarsi

Hawwii Bilisummaatiin

Wal gahiin ‪#‎OPDO‬ jibbisiisnaan rafe moo jaarsi…..Irriba koo irraa na dammaqsitanii of eeggadhaa jedhee akeekkachiisa kenne……Achumaan hafi jenne!!!!

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa adabbii qarshii 500 irratti murteessee jira..

Dabalataan manni murtii guyyaa har’aa Jawaar Mohaammad Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *