Loltoonnii Bilsiginnaa 12 ajjeefaman

Aanaalee Godina Gujii keessatti humna nageenyaa mootummaafi humnoota hidhatanii bosona jiran gidduutti walitti bu’iinsi itti fufee jiraachuu bulchiinsi godinichaa himeera.
Humnoota mootummaarra miidhaan ga’aa jiraachuu kan dubbatan aanga’aan BBCn dubbise, torbanoota lamaa as poolisoonni humna addaa Oromiyaa 12 ajjeefamaniiru jedhan.

Bal’ina oduu kanaaf 👉👉https://bbc.in/2XjbYbw

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

OMN yaada kiyya irraa hanbise..B/J Kamaal Galchuu

OMN hiree naa kenneef galata qabaaf.Yaada murtessaa fi Oromoon dhagayuu fedhu kan irraa muree hambise …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *