Hubachiisa!! daawwattoota keenya, haga ammaa karaa salphaan daawwachuus tahee yaadaa akka kannattu balbala saaynee turre, haa tahuu immoo namoonni marxifataniituma galgalaa ganama kosii fii namarratti marxifatanii jechoota gadhee isaan maxxansan jala haquu waan dadhabneef , Suur & Sagalee marsaa kanaa idilee daawwachuufiis tahee yaada irratti kennechuuf galmaawuu gaafata. warrii asiin dura galmooytanii furgoo keessan irrafataniifii kan banachuu dadhabdan akka balbala isinirraa saaynu nu qunnamuu dandeessuu!!
Na shushukkuumi aadde harki kee dawaa...
Wallisaa Abdii Fadis kaaseeta haaraya maxxansiise..Bitooteessa 8, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Content on this page requires a newer version of Adobe Flash Player.
Mootummaan kuna mootummaa haqaa waan ta'eef barabaran walinuqabee nu badhaasaa jira
Sirna bulchiinsa habashaa isa kalee fii ar'aa laalchisee qotee bulaan dabartee fii Mallasaan xaasaa mormatti fanniseef kunoo akkas jedha....Bitooteessa 8, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Diraamaa: Numaaf
Bitooteessa 8, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Dorgommii Gaafiif deebisaa barattoota kutaa 8ffa Baalee fii Asallaa... kutaa sadaffaa
Bitooteessa 8, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Guddinnii Afaan Oromoo sadarkaa akkamiirra jira? Qophii Addaa qopheessaa SVOA Obboo Sooraa Halakeetiin
Gaafiif deebisaa hayyoota Hayyoota afaanii ( Abbabaa Qannoo, Mahdii Haiid Muudee, Ibraahima Haajii, Abdu Jaliil Haamid, Malkaamuu Dumeensa, waliin taasise...Bitooteessa 8, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Jeneraal Husseen Bunee Eenyu?
Aakhiramuu J/Jeneraal Husseen Bunee laalchisee Sooreessi J/Jaarraa Abbaa Gadaa Seenaa gooticha Oromoo kaleessaa kana yeroo ibsaan imimmaan qabachuu dadhan....guutuu waayee kanaa Sagalee Oromiyaa irraa Obboo Sai'd Mohamediifii Sarara Paltalk...Bitooteessa 8, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
ABOn bakkaa saditti qoodamuun isaa, dhugaan isaan keessaa dhabamuu nama garsiisa
Olollii oduu TV warshaa wayyaane Harargee ziyaaree...Bitooteessa 8, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Aanaa Warraa Jaarsoo
Haawwata tuurizmii....Bitooteessa 8, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Amna baayyee dheertuun deemee, garaan koo na gubatee...
Wallistuu Oromoo: Bitooteessa 1, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Diramaa : Malaammaltummaa
Bitooteessa 1, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Dorgommii gaafiif deebisaa barattoo kutaa 8ffaa
Bitooteessa 1, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Eega aadaa fii ilaalcha isii nurratti fe'uu malee Amantiin takkalleen aadaa Oromootiif bu'aa hin buufne
Kan kana dubbatan wallisaa Oromoo Mohamed Saanii Abdullaahi/ Gaaddisaa Abdullaahiiti. Marii gaafiif deebisaa sarara Paltalk keessatti sa'aa dheeraaf hirmaattoota waliin taasise....Bitooteessa 1, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Yaadannoo gaafaa hidhaa amaarsaa keessaa bahe:
Ansumarraan kaayyadhe waa hundaa, hamtuufii toltuus walbiraa qabdaa, dafii nabaasi sirna cubbuu jalaa......Dirree dhawaa magaalaa jimaa..Bitooteessa 1, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch .Caqasi/Listen
Baddeessaa: Misoomaa ummata saamuudha
Maqaa misoomaa fii qaraxa jedhuun ummata hiyyeeyyii irratti dabballoota gara ramaduudhaan ummata saamanii kisii wayyanee gabbisuun itti fufe...Bitooteessa 1, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Oduu Magaalaa Adree Biyyoo fii naannoo isii
Bitooteessa 1, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Oduu Asmaaraa fii garee Shanee ABO Asmaraa
Bitooteessa 1, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Miskiin, ilmaan qotee bulaa Oromoo kan sirna habashaa dhufaa darbaa itti gargaaraman
Gaafiif deebisaa TV Asmaraa sagantaa gaaddisa dhugaa...Bitooteessa 1, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Content on this page requires a newer version of Adobe Flash Player.
Hara Maayaa: Dargaggoonni Oromoo 3 tamsaasa raadiyoo FM JUZZ banatan
Dargaggoonni Oromoo Hara Maayaa sadii (Jamaal Assee, Usmaail Alishoo, Zaahir Usmaan fii Zaakir Abdulkariim ) shuboo fii meeshalee caccabxuu walitti funaanuun stuudiyoo tamsaasa raadiyoo kiloomeetiraa 30 deemu banuun ummata tajaajilaa jiraachuu TVO gabaase...Gurraandhala 16, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Mee koo naan dubbadhu lookoo kamisee...waayyaa dammee
Wallisaa Abduu Husseen: Gurraandhala 16, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Diraamaa: Malaammaltummaa
Kutaa 6hffaa
Gurraandhala 16, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Dhoqqee gandarraan deemanii hamilee ummtaatiin cabsaa jiru...
Gurraandhala 16, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Content on this page requires a newer version of Adobe Flash Player.
Content on this page requires a newer version of Adobe Flash Player.
Galannii kan warraa na booji'ee na kolaaseeti
Miseensa fii hoggonaa ABO duraanii Kumsaa Gadaa /Abbaa Liiban gantoota warra Zoonii kibbaarraa qabsoo ummataa gananii waliin dhaabbatee warra isa booji'ee isa kolaasee faaruun qarxam godhe...guutuu isaa ...Gurraandhala 7, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Galmee seenaa Irraa:
Kumsaa Gadaa Hagayyaa 17, 2007 yeroo Somaaliyaarraa booji'ame akkas jedhaa ...Hagayya 17, 2007 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
ABOn ummta Oromoo biratti akka ayyaanaati
Haala dhiheenya kanagantootni hammi tokko zoonii kibbaarraa qawwee gootoonni hedduun lubbuu isaanii itti dhabaan baatanii diinatti galana laachisse...gaaffiifii marii bal'aa miseensoota garee shanee GS ABO J/Abuubakar Odaa fii J/Gaashuu Lammeessaa waliin sara Paltalk ....Gurraandhala 7, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Sababa gantoonni haraka kennataniif
Waayee miseensootaa WBO fii hoggoonoota ABO kan dhiheenya kana diinatti galan laachisee miseensa ABO garee shanee duraaniifii akkasuma miseensa KY ABO jijjiramaa gaafatamaa barreeysaa jarmyaa kan ture J/ Geetachoo Guutamaa sababa gantoota harka kannachiise laalchisee gaafiif deebisaa sa'aa dheeraa...sarara paltalk....Gurraandhala 7, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Daraaraa fii roorroo baqattoota Oromoo biyya Maaltaa
Gaafiif deebisaa VOA afaan Oromoo haala baqattoonni Oromoo biyya Maaltaa keessa jiraatanii waliin taasise...Gurraandhala 7, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Gaaffii barattootaa fii ummataa dhaamsuuf waraabeessi waraabeessa afeerreate
Sochii haqa maleen maqaa investmantiitiin ummata Oromoo Gujii aanaa Shaakkisoo irratti deemaa jiruuf qondaalootiin wayyaneef hojjettu maal jedhu laataa? Gurraandhala 7, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Waraabessi waraabeessa afeere
Maqaa mootummaa naannoo Oromiyaa jedhuun ergamtootiin garaa qabeenya ummata Oromoo sooreeyyii alagootaa saamsisuu fii uumaa naannoos balleessaa aka jiran barattoonni gochaa kana usanii laaluu dadhaban yeroo badii kanaaf miidiyaarratti bahanii iyyatan, qondaaloonni OPDO kaan hidhaa kaan reebaa fii kaan ajjeesaa akka ture VOA sagantaa afaan Oromoo gabaasuun isaa ni yaadatama.....Gurraandhala 7, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Qaadhimamtoonni Madrek boksiin wal afuufan
Qaadhimamtoonn paartii Madrek ( She alaqa Mokonnin galataa Xaafaa fii Abbabaa Barii ) anaatu filama anaatu filama jechuun boksiin akka wala afuufaa jiran TV olola warshaa wayyanee irra daddabe'iiun diraamaa garsiisaa jira. .....Gurraandhala 7, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Gaafiif deebisaa VOA sagantaa Afaan Oromoo waayee miseensoota paartii Madrak kan dhiheenya kana anaatu filama anaatu filama jechuun boksiin wafeeddagaa turanii waliin taasise...kutaa duraa...Gurraandhala 7, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Galmee Seenaa Irraa: Foon Foon Fii Nyaatu..
...Oromoon eenyuun bitamaa jira? Oromumaan Oromoo bitaa jiru moo diinaatu isa bitaa jira? OPDO Minilik, OPDO Haylesillaasee fii OPDO Wayyanee ....siif dubbachaa jiran moo garaafi? .Suur & Sagaleen....dhara dhagayuun si laaleessitu......Amajjii 30, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Oduu Adaree biyyoofii naannoo isii
Amajjii 30, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Kaaan maqaa misoomaatiin ummata hiyyeeyyii waliqabee marr'achiisaa jira, inni kaan maqaa qabsootiin shubbisiisaa jira
Aanaa Odaa Bultum..Amajjii 30, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Garaa saanii bakka bu'u moo ummta bakka bu'u
Gareen paartii Mararaa Guddinaa (OK) irraa buqqitte.waayee paartii Oromoo biroo laalchisee maal jedhu laataa...Amajjii 30, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Sagantaa Addaa Amajjii 2010 : Gantoota Maqaa ABOn Daldalaa Turaniifi Daldalaa Jiran Kaleessa fii Har'a
Content on this page requires a newer version of Adobe Flash Player.
Tarii Lichoon bakka Abbaa Duulaa dhaaluufi
Gantoonni yeroo ammaa diinatti galan miidiyaa addaddaa irratti dhihaachuun ergaa wayyaanee ta Abbaa Duulaa bara dheeraaf Oromoota ittiin gowwomsaa ture bakkaan gyauuf tarree galanuu biddeenaa Abbaa Dulaa cufuuf deemu fakkaatu....Amajjii 30, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Afaan Amaarsaatiin. ....Daawwadhu/Watch
Dhoqqee gandarraan deemanii hamilee ummtaatiin cabsaa jiru...
Gurraandhala 16, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
"Gantoonni amma diinatti galan kun yeroo dheeraaf basaasummaan dhaaba keessatti hojechaa turan"
Mooraan qabsoo bilisummaa Oromoo gara teellaa malee duratti deemuu maaltu isii sakaale? Ummata Oromootu luynaa tahee qabsoo kanarraa hirmaachuu dhabe moo, hogganicha dhaabaatu luyna? Dhuguma ABO namaan hogganamaa jira moo gaaddidduu nama fakkaattuun hogganamaa jira? Sabni bilisummaa barbaadu haga yoom Diiggaa, ololaa fi dhara ijaa baaftee yeroo dheeraaf mooraa qabsoo jeeqaa jirtu kana cali'see ilaala? ......Gaafiif deebisaa VOA sagantaa afaan Oromoo dubbata garee KYO Jijjiirama ABO J/Leencoo Baatii fii garee Shanee J/Bayaan Husseeniifii gantoota yeroo ammaa diinatti galan waliin taasise kana irraa maal hubata Oromoon?? Amajjii 27, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Balaa gantoota irraa dandamannee jirra
Haalaa amma mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti dhalate laalchisee marii fii gaafiif deebisaa Miseensa GS ABO fii itti gaafatamaa damee jaarmaya siyaasaa alaa J/Abuubakr Odaa Xasee waliin sarara "Paltalk" irratti taasifame....Amajjii 27, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Oduu Asmaraa fii garee Shanee ABO Asmaraa
TV Asmaraa Sagantaa gaaddisaa dhugaa..Amajjii 27, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Gantoota 2010 kutaa lammaffaa Amajjii 25, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
"Maallaqa dirqama qabsoof bahu dhimma dhufaaf olfachuu, qabsaawoota gosaan ijaaruu fii sirna dhalummaa dhaaba keessatti babal'isuu hojii godhatanii turan"
Ibsi SBO (garee shanee) waayee gantoota yeroo ammaa mooraa diinaatti galan kana laalchisee kannaa jiru, deebisaa dhibdee mooraa QBO tana keessatti bara 30 caalaa hiddaa hidhattee saba Oromoo hamilee buusaa jirtu kanaaf deebisaa taha moo, Oromoon daranuu akka kutaan wal jibbu calaqqisa?? mee ibsaa SBO kana caqasi...Amajjii 23, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Hoggannii waan walitti dhufuu dideef galuu murteeyfanne
Hifatanii qabsoo keessaa bahuun waan tokko, diina lammii saanii beela, hidhaa fii hiyyuummaan lafarraa fixuuf saganteeyfatee deemaa jiru jalatti qawwee baatanii diinatti galuun diinummaadha fakkaata....gaafiif deebisaa TV olola warshaa wayyanee dhoqqoota yeroo ammaa diinatti galanii waliin taasise..kutaa duraa..Amajjii 23, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Content on this page requires a newer version of Adobe Flash Player.
Eenyuutu komatamuu qaba? komiin tun deebisaa argatte moo??..kan dubbatamaa jiru dhara moo dhugaadha??
Looltoonni WBO ZK kan 2008 hagayyaa 15 wayyaneeti galaniis akkas jedhu....Galmee seenaa irraa...Amajjii 23, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Kutaa lammaffaa: Daawwadhu/Watch
Wanni miseensoonni ABO bara 2007 boji'aman haasawan kun kan gantoonni amma diinatti galan hasa'aniin addummaa qabaa?
Boji'amuun isa tokko, kan isaan haasawan garuu rakkoo dhaabaa keessatti hidda hidhattee ummanii Oromoo marti dubbataa jirurraa dubbatu. Miseensoonni kun Erga booji'amanii bara afuriif deemu. Dhabichiniifi hogganni dhaabichaa qeeqaafii rakko isaan himataniif deebisaa laatee moo daranuu rakkoo itti sharafe? Galmee seenaa knarraa maal barra laataa? Amajjii 23, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Wanni miseensoonni ABO bara 2007 boji'aman haasawan kun kan gantoonni amma diinatti galan hasa'aniin addummaa qabaa?
Boji'amuun isa tokko, kan isaan haasawan garuu rakkoo dhaabaa keessatti hidda hidhatee ummanii Oromoo marti dubbataa jirurraa dubbatu. Miseensoonni kun Erga booji'amanii bara furiif deemu. Dhabichiniifi hogganni dhaabichaa qeeqaafii rakko isaan himataniif deebisaa laatee moo daranuu rakkoo itti sharafe? Galmee seenaa knarraa maal barraa laataa? Amajjii 23, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Ibsa SBO gantoota laalchisee
Amajjii 16, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Eenyuu komatamuu qaba?
Sababa gantuun dhoqqeen kun haasawaa jiru kanaaf, kan itti gaafatamu eenyu? Amajjii 16, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Content on this page requires a newer version of Adobe Flash Player.
Sagaleen Jijjiiramaa (SABO) gantoota kana bakka arginatanii akka ajjeestan....
Amajjii 18, 2010 Maxxanfame ...Caqasi/Listen
"Heeraa fi Seerri ABO miseensoota qofarratti hojjata malee hoggoonootarratti hin hojjetu"
Lichoo Bukraa yeroo gara jijjiiramaatti galu...sarara paltalk guyyaa 081102 Amajjii 18, 2010 Maxxanfame ...Caqasi/Listen
Yeroo jijjiirama keessa bahu qabqabiin shaneetin Plataslk irratti Sadaasa 9, 2009 afeeramee ture hoo maal haasawe laata?
Amajjii 18, 2010 Maxxanfame ...Caqasi/Listen
Gantuun gantuu kaleessaa irraa akkas jedha
Gaafiif deebisaa Abdataa Baasiree sagalee Shanee (SBO) waliin guyyaa 080827 tasise....Caqasi/Listen Amajjii 18, 2010 Maxxanfame
Yeroo gara jijjiitramaa galees akkas jedha gantuun... sagalee jijjiiramaa.Amajjii 18, 2010 Maxxanfame ...Caqasi/listen
Hoggannii ABO jedhu hin jiru
Gaafiif deebisaa RSM obboo Shangalee Ali waliin taasiserrattis akkas jedhu...Amajjii 18, 2010 Maxxanfame ...Caqasi/Listen
Nama nu lolchiisu dhabne!
" Sarara Paltalk guyyaa 091203" Amajjii 18, 2010 Maxxanfame ...Caqasi/Listen
Shanee fii jijjiiramnilleen gargaarsa nurraa muratan
Otuu wayyaneti hin galin Sarara Paltalk irratti booyee yeroo gargaarsa kedhatu" Amajjii 18, 2010 Maxxanfame ...Caqasi/Listen
Yeroo jijjiiramni dhalatuus SBOn akkatti gaafata...Sagalee Shanee (SBO) Amajjii 18, 2010 Maxxanfame ...Caqasi/Listen ar'a hoo SBO maal jedhu laataa? Caqasi/Listen
Qawween Diina/nyaapha ajjeessuuf manaa baate, fira ajjeessuuf galte
Diiggaa murni yertuun sabboonaa fakkaatee moraa qabsoo Oromoo yeroo dheeraaf diigaa baate, suuta suutaan ifa bahuuf deema fakkaata..Sababa Qondaalootiin mooraa diinatti galuun TVtti bahanii rakkoo dhaabaa himatan kanaaf eenyuutu itti gaafatama?? Qondoolootiin tun filmaata baraa dhabdeetii kan wayyaneetti harka kannette moo, siyaasaa wahiitu duuba jira? Hawaasni Oromoo fii ummanni Oromoo bal'aan hoggana lamshayaa mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo faltitti jijjire kana dura dhaabbachuuf maaltu onnee irratti ajjeese jettu? Kennedhu yaada kee !! guutuu isaa daawwadhu...Amajjii 16, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch
Content on this page requires a newer version of Adobe Flash Player.
Simannaan Oromoo Bara 2010 tana taatee laataa?
Kaleessa./templates/ProBlue/images akka qabawootaa fakkatanii, shanee fii jijjiramaan nutti faarfamanii afeeramanii paltalkirraan booyanii maqaa qabsootiin ummtarraa qarshii funaanaa turan, ar'a mooraa diinaatti galuun ilmaan Oromoo hamilee cabsaniin, hamileen keessan haa cabu jenna!!!
TV Amarsaa....Amajjii 16, 2010 Maxxanfame >> Daawwadhu/Watch