Oduu Haaraya

Hawaasa Oromoo Ontarioo fii New York fii nannawaa,

ontaariyoo2

 

Dargaggoonni Oromo ‘’Oromo Youth Association of Ontario’’ (Waldaa Dargaggoo Oromo Ontario) fii “Oromo Youth Association of New York (Waldaa Dargagoo Oromo New York), sagantaa agarsiisa aadaa mataduree ‘A Night in Oromiya’ jedhuun guyyaa dilbataa Muddee 30 bara 2016 qopheesse irratti akka nuuf argamtan kabajaan isin affeeree jirra. Bakki sagantichaa “3710 Chesswood Dr. Toronto, Canada” sa’aa 4:00 (sa’aa booda) haga halkan walakkaa sa’a 12:00 tti.

 

Kaayyoon agarsiisa kanaa bal’innaa fi barreedinna Oromiyaan qabdu hundaa mul’isuu fi calaqqisisssuuf yoo ta’u, karaa sirbaa, dhiichisa, walaloo, mudhisa artii, dramaa fi sagantaawaan adda addaa biraas qabatee dhiyaata. Walumaa galatti qophiin kun bashannaansiisaa fi barsiisaa akka ta’uufii galagala addaa ta’ee akka yaadatamu abdii qabna.

 

Waldaa Dargaggoo Oromo Ontario keessaa (OYA Ontario) fii Waldaa Dargaggoo Oromo New York kessaa gurmuu dargaggoota Oromoo xiyyeefannaa fi ka’umsi isa aadaa uummata Oromoo ifatti baasee agarsiisuu, qodaa fi hambaa Oromoo barsiisuu fi beeksisuu fi dargaggoo Oromoo humneessuu irratti hojjataa. Nuyi Dargaggoon Oromo Ontario fii New Yorktti argamnu sagantaa kana qopheesuuf yoo karoorfannu waldaaleen hawaasa Oromoo Hamilton, Kitchener/Waterloo, Ottawa fii New York sagantaa bareedaa nuu qopheesaa jiru irraati hirmaataa jiru.

 

Kanaafuu sagantaa dargaaggoon Oromoo akka Oromootti of ibsan aaddaa fi eennyummaa Oromoo olqabuuf qopheessan kana deegartanii akka irratti argamtan abdachuun kabajaan isin affeerree jirra. Nullee dalagaa kana fedhii guddaan waan dalagaa jirruuf bakka isin itti argamtanitti kabajuuf barbaanna.

 

Isiin akka keessummaa keenyaatti simachuu hedduu irraa gammanna, yoo gaaffii qabaattan gara emailii ykn bilbilaan akka qunamntan.

 

Galatooma akka acii wal arginuu abdi qabna,

Waldaa Dargaggoo Oromo Ontario fii New York

 

 

 

 

 

To Oromos in and out/ around of Ontario and New York,

 

The Oromo Youth Association of Ontario (OYA Ontario) and Oromo Youth Association of New York (OYA NY), extend our invitation to attend our upcoming Oromo cultural show, A Night in Oromiya, on the 30thof December of 2016. The event will be held at Montecassino Banquet Hall (3710 Chesswood Dr. Toronto, Canada) from 4:00 p.m to 12 p.m.

 

The main objective of this show is to encompass and embrace the beautiful diversity within Oromia during the special evening through song, dance, poetry, art displays, and drama pieces in addition to others. All the while, this show will be entertaining as well as educational. This event is a charitable event where its proceeds will go the humanitarian needs back home such as hospitals and burial sites.

 

The Oromo Youth Association of Ontario and New York is a committee of Oromo youth, a chained youth association all over the world, focused and motivated to bring the Oromo culture into light, heightening awareness and empowerment of Oromo youth. We, OYA Ontario and OYA New York, are hosting this event together with the Hamilton, Kitchener/Waterloo, Ottawa Oromo communities along with the community of New York and its’ surroundings, are also taking part in the creation of this wonderful show.

 

We request for your attendance in hopes that you would like to support youths who identify as Oromos and are working to raise its awareness through keeping the Oromo culture alive. We have taken the duty to heart and would be pleased to share the celebration of our culture in your company.

 

We would be honored to have you as our guest, please do not hesitate to forward your questions. If you have any questions email us or call us with the provided contact information at the bottom of the flyer.

 

Thank you, hope to see you all,

Oromo Youth Association of Ontario and New York Committee

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …