Haroomayaa akkatti oole ar’a

Haramayaa down down Abiy down down nafxanyaa

Posted by Oborraa global network on Tuesday, June 16, 2020

Reeffa Dargaggoo Jibriil Ahamadnuur Haramaayatti Kan Qaamolee Nageenya Mootummaan Kan Ajjeefame.

Maatii Fi Firoottan isaatif Rabbiin jajjabina haa kennuuf.#RIPWAXABAJJII 16, 2020

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Who Killed Halachu Hundessaa?

Ethiopia has woken up to the shocking news of the assassination of Oromo musician and …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *