Oduu Haaraya

Gaafif deebisaa Keeriyaat Yuusuuf..

Haasaa Qajeelchituu Fiilmii Afaan Oromoo Asaantii Keeriyaat Yuusuuf Waliin Taasfine


Guraandhala 21, 2015 (oromopress) — Tamsaasini Reediyoo Oromiyaa kun haasaa Qajeelchituu (Director) fiilmii Afaan Oromoo Asaantii Keeriyaat Yuusuuf wajjin goone laallata. Keeriyaata teessumma mootummaa fedeeraalaa Ameerikaa kan taate Waashingtan Diisii keessatti Asaantii gaafa Guraandhala 21, 2015 daawwattootaaf banuuf jirti. Asaantii magaalaalee Addunyaa biroorratti illee agarsiisuuf karoora qabidi. Gaaffiifi deebichi waa’ee Asaantiiti. Fiilmii ammayaa Oromoo  iskiriptii barreessuurraa eegalee, taphatanii omishuuf rabsuudhaaf maal nama fudhata? Gumaachi fiilmii kanaa oo aartii Oromoof maalfaadha? Gaaffiilee jedhaniif deebii laatti keessummaan keenya Qabjeechituu, taatottifi oomishtuun filmii Asaantii. Itti dhiyaadha.

 

Source: Oromo Press

Check Also

baqqalaa gabraa

Obbo Baqqalaa Garbaa biyya aambaatti hafuufi hooggansummaa KFO’s gad-dhiise

Baroota dheeraaf karaa dhaabaa fi dhuunfaan siyaasa Itoophiyaa keessatti hirmannaa godhaniin kan beekaman Dura taa’aa …