Oduu Haaraya

Gaaddisni Oromoo Nederlaand Yaadannoo Sooreessaa J/Jaarraa Abbaa Gadaa Gad-geeyse

Ilmaan Oromoo Addunyaa Mara keessatti Yaadannoo Gootichaa diinaaf summii Sooreessaa  Jaal Jaarraa Abbaa Gadaa eega du’aan addunyaa tanaraa galanii kaasee yaadannoo isaa bakka garagaratti gad geeyssuu itti fufanii jiru.

Gaaddisni Oromoo Nederlaand Yaadannoo Sooreessaa J/Jaarraa Abbaa Gadaa gad-geesse

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Kora Oromoo, walta’iinsa biyyoolesaaf (Oromo conference for national consensus) London, UK

Related

Yaada kanaaf deebisaa kenni