Oduu Haaraya

#FIQAADUU SHUMATAA guyyaa kaleessaa qabamee hidhamuun isaa beekamee jira.

#OromoProtests
Inni suuraa isaa armaan gaditti argitan kuni dargaggeessa Oromoo suuraan isaa qabsoo Oromotiif kaka’iinsa guddaa uumee yemmuu ta’u maqaan isaa fiqaaduu shumataa

Check Also

taayyee fi abiyyi

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha …  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan …