Oduu Haaraya

FDG Ebla 2014 Ka’een Walqabatee Oromoonni 2390 Ta’an Mannneen Hidhaa Adda Addaa Keessatti Dararamaa Jiru.

Sochii Dargaggoota Biyyoolessaa, National Youth Movement for
Bilisummaa fi Dimokraasiif(SDBBD) Freedom and Democracy (NYMFD)

FDG Ebla 2014 Ka’een Walqabatee Oromoonni 2390 Ta’an Mannneen Hidhaa Adda Addaa
Keessatti Dararamaa Jiru. 1700 ol Ammoo Bakka Buuteen Isaanii Hin beekamne. Hidhamuu Jeeffamuu fi Bakka Buuteen Dhabamuu Oromoof Mootummaan Wayyaanee Itti Gaafatamaa Dha!!

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Caamsaa 20,2014. Finfinnee

Oromiyaa Keessa Ilmaan Oromoo Mana Hidhaa Garagaraa Keessatti Dararamaa Jiran.

Gabateen Armaan Gaditti Argamu FDG Ebla 2014 Oromiyaa Keessatti Qabatee Mirga Abbaa Biyyummaa
Gaafachuu Irratti Mootummaa Wayyaaneetiin Hidhamanii Jiran Oromiyaa fi Sadarkaa Federaalaatti Baayina Namoota Mana Hidhaa Keessatti Dararrii Guddaa Keessa Jiranii fi Yeroo Ammaa Nuuf Birmadhaa Jedhanii Iyyachaa Jiran.

Oromoonni 2390 ta’an kun manneen hidhaa armaa gadii keessatti haalaan dararamaa jiran fi kanneen 1700 ta’an bakka buuteen wallaalames dabalatee hatattamaan akka gadhiifamanii fi gaaffiin mirgaa Oromootaa deebii gahaa argachuu akka qabu Qeerroon Bilisummaa gadi jabeessee dhiheessa.

# Godina Aanaa
Magaalaa Baayina
Namoota Hidhama
nii Hojii Eessatti ykn
Bakka Itti
Hidhame
1 Shawaa Lixaa Amboo fi Tokkee
Kuttaayee Amboo fi
Gudar 217 Barataa,Qotataa,Dald altootaa fi Hojjettoota Police Station
2 Shawaa Lixaa Miidaqany Baalam 13 Qote Bulaa Police Station
3 Shawaa Lixaa Calliyaa Geedoo 49 Barataa fi QB Police Station
Police Station
4 Shawaa Lixaa Abuna Gindabarat Gabaa Roobii 70 Barataa fi Hojjetaa Moot. Police Station
Police Station
5 Shawaa Lixaa Baakkoo Baakkoo 48 Barataa fi QB Police Station
Police Station
6 Shawaa Lixaa Noonnoo Silkaa Ambaa 33 Barataa,QB Police Station
7 Shawaa Lixaa Dirree Incinnii Incinnii 24 Barataa fi Daldalaa Police Station
8 Shawaa Lixaa Daandii Gincii 30 Barataa fi QB Police Station
9 Shawaa Lixaa Jalduu Goojjoo 26 Barataa fi QB Police Station
10 Shawaa Lixaa Iluu Galaan Ijaajjii 32 Qote Bulaa Police Station
11 Email: Qeerroo2011@gmail. com
Bishooftuu
Bishooftuu
15 www.Qeer
Barataa fi QB roo.org
Police Station
Shawaa Bahaa
12 Shawaa Bahaa Adaamaa Adaamaa 24 Barataa fi QB Police Station
13 Shawaa Bahaa Dugdaa Maqii 14 Barattoota Police Station

14 Wallaggaa Bahaa Naqamtee Naqamtee 137 Barattoota Police Station
15 Wallaggaa Bahaa Guddayaa Biilaa Biilaa 22 Barataa fi QB Police Station
16 Wallaggaa Bahaa Kiiramuu Kiiramuu 27 Barataa fi QB Police Station
17 Wallaggaa Bahaa Galiilaa Galiilaa 32 Barataa,Daldalaa Police Station
18 Wallaggaa Bahaa Diggaa Diggaa 11 Barataa fi QB Police Station
19 Wallaggaa Bahaa Sibuu Siree Sooree 21 Barataa Police Station
20 Wallaggaa Bahaa Gubbuu Sayyoo Hanoo 26 Barataa Police Station
21 Wallaggaa Bahaa Giddaa Ayyaanaa Ayyaanaa 15 Barataa Police Station
22 Wallagga Lixaa Gimbii Gimbii 90 Barataa fi hojjetaa Police Station
23 Wallagga Lixaa Najjoo Najjoo 127 Barataa,QB fi
Hojjetotta garagaraa Police Station
24 Wallagga Lixaa Boojjii Dirmajjii Biilaa 43 Barataa Police Station
25 Wallagga Lixaa Begii Begii 28 Barataa Police Station
26 Wallagga Lixaa Haruu Haruu 59 Barataa fi QB Police Station
27 Wallagga Lixaa Ganjii Ganjii 98 Barattoota fi barsiisaa Police Station
28 Wallagga Lixaa Ayiira Ayiira 13 Barattoota Police Station
29 Wallagga Lixaa Gimbii Joogir Abbasino 105 QB,Barataa fi Hojjetaa
mootummaa Police Station
30 Wallagga Lixaa Laaloo Asabii Innaangoo 57 Barataa fi QB Police Station
31 Wallagga Lixaa Sayyuu Noolee Bubbee 66 Barataa Police Station
32 Wallagga Lixaa Noolee Kaabbaa Daabbasoo 75 Barataa Police Station

33 Wallagga Lixaa Hoomaa Hoomaa 57 Barataa ,QB Police Station
34 Wallagga Lixaa Baabboo Gambel Baabbo Gamebl 77 Barataa,QB fi
Hojjetaa Garagaraa Police Station
35 Wallagga Lixaa Jaarsoo Jaarsoo 22 Barataa fi QB Police Station
36 Wallagga Lixaa Boojjii Coqorsaa Caqorsaa 59 Barataa Police Station
37 Wallagga Lixaa Gullisoo Gullisoo 105 Barataa Police Station
38 Horro Guduruu Jaardagaa Jaartee fi
Shaambuu Haroo Labuu
Shaambuu 16
71 QB,Barattoota,daldal aa fi hojjetee bulaa Police Station
39 Baalee Roobee Roobee 27 Barattoota Police Station
40 Jimmaa Jimmaa Jimmaa 26 Barattoota Police Station
41 Sh/ Kibba Lixaa Daawoo Buusaa 44 Barataa fi QB Police Station
42 G/A/Finfinnee Sabbataa Sabbataa 32 Barattootaa fi QB Police Station
43 Finfinnee Finfinnee Finfinnee 55 Barataa,Daldalaa,Hoj jetaa Mootummaa Police Station
44 Poolisii Finfinnee Finfinnee Finfinnee 62 Hojjetoota
Mootumaa fi
Barattoota Police Station
45 Dirre Dawaa Dirre Dawaa Dirre Dawwaa 42 Barataa fi
QB,Daldalaa Police Station
46 Harar Haromayyaa Harar 48 Barataa fi QB Police Station

Ida’ama
Walii Galaa
2390

Yaadachiisa:Olitti kan dhiyaate kuni Oromoota FDG Ebala 15,2014 irraa kaasee hidhaman keessaa warren bakkatti hidhaman barame qofa. Kanneen kaan bakka buuteen isaanii hin baramiin jira. Kanneen kun haalaan rakkoo adda addaa keessa kanneen jiranii fi hatattamaan furmaata haqaa warra barbaachisuufii dha.
Injifannoon Uummata Oromoo!
Gadaan Gadaa Bilisummaati!

Caamsaa 20,2014 Qeerroo Bilisummaa Finfinnee.

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …