Oduu Haaraya

FALMAA BILISUMMAA [K.1ffaa Dirree Qaanii/Hallayyaa Dukkanaa] MUST WATCH!

Viidiyoon kuni akkamitti Oromoon mirga keennaaf akka falmannu, kabajaa dhabne deeffannu, haqaafi qabeenna keennas tikfannu, akkamiin bulchiinsa qawwee jalaa akka baanu irratti xiyyeeffata. Hamilee, fedhiifi murannoo qabsoo ijaaruu, diddaan gabrummaafi fedhiin bilisummaa saba keessatti akka finiinuuf tattaafata. Kutaan 1ffaa maal keessa akka jirru nuyaadachiisuun eegala.

http://youtu.be/nfHsOU1d8io

Check Also

aayyaa fii okkaash

Bobbahee galuun rakkoo taatee, dalagadhee jiraachuu na dhorkitee…

https://www.facebook.com/amrula.tahiro/videos/2389086314473603/?t=75