Oduu Haaraya
kannu

Eebba Fiilmii MARSII MOOYI irratti haala oo’aan gad geeyfame

(Galanni kan Jajjaboo Sabaati)

Guyyaa 3/1/2015 Eebba Fiilmii MARSII MOOYI irratti haala oo”aa ta’een Ayyaana Ganna haarawaa wojjiin wol Qabatuun Ganna Haaraya irratti Fiilmii Afaan Oromoo MARSII MOOYI kan jedhamu Eebbifamuun hedduu ummata gammachiisee Haala Milkii ta’een kabajjamee jira.

 

Check Also

baqqalaa gabraa

Obbo Baqqalaa Garbaa biyya aambaatti hafuufi hooggansummaa KFO’s gad-dhiise

Baroota dheeraaf karaa dhaabaa fi dhuunfaan siyaasa Itoophiyaa keessatti hirmannaa godhaniin kan beekaman Dura taa’aa …