Oduu Haaraya

Dr. Sheek Muhammad Rashaad Abduulle guyyaa ar’aa magaalaa Dirree dhawaatti awwaalaman

Abbaa Tafsiira qur’aanaa Afaan Orommo, Abbaan Qubee Afaan Oromoo, Hayyuu, beekaa, walaleessaa, gaazeexeessaa, sabaaf laalataa, ummata isaa dukkana wallaalaa keessaa gara ifaatti baasuuf jirenyaa isaa guutu ifajje ture, du’a nama hundarraa hin oolleen aakhiramee guyyaa ar’aa biyya isaa keessatti, saba dhamaa’aafii ture keessatti awwaalame. Rabbii caffee jannataatiin isa haa qananiisu, maatii isaa fii ummata Oromoo bal’aaf imaanaa sabrii

 

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …