Oduu Haaraya

Dr. Nuuroo Daddafoo, Hayyuu Durummaan filaman

ADDA BILISUMMAA OROMOO

Gaafa: Onkoloolessa 25, 2014

Date:   10/25/2014                                                                                       No.:  007/2014                   م قر

Ibsa  ABO

Gumiin Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo walgahii hatattamaa  Onkoloolessa 25, 2014 godhatteen murtii  Koreen Hujii Rawaachiiftuu Adda Bilisummaa oromo  General kamaal Galchuu ittigafatamaa hayyuu durumaa  irraa fudhuun fudhatee mirkannneessee jiraa.

Gumiin sabaa hanga Korri Sabaa/Jilli Qabsaawoota godhammee hoogganni dhaabbataan filamuu: (1) Dr. Nuuroo Daddafoo, Hayyuu Duree, (2) Brigadier Hayiluu Gonfa, itti gafatammaa Damee Siyaasaa  , fi (3) Jaal Qaasim AbbaaNasha itti gafatamaa  Damee Hajaa Alaa ta’aanii akka hojjataan ramadee /filee jiraa.  Maqaan Hoggannoota kawaanii ammoo dhawaataan ka  bayu ta’uu beeksifinaa.

Hoogganni   kuni kallatiidhaan  qajeelfama/murtii/ tokkummaa  qabsaawoota oromoo  deebisaan ijaaruu  fi moora qabsoo oromoo tasgabbeessuu laalichissee Gumii Sabaatiin baradheengadaa darbee irratti xiyyeefatuun  hatattaman hujitti akkaa hiikkaan  irraa deebi’aan  yaadachissee jiraa.

Miseesoonni, qondaloonnii, fi ummanni oromoo hogganna kana woliin dhaabatuun  kaayyoo Adda Bilisummaa Oromoo akka  bakkan gayaan dhaamana. Gumiin Sabaa  Adda Bilisummaa Oromoo

Onkoloolessa 26, 2014

 

Press Release

The Oromo Liberation Front (the OLF) Central Committee has held an emergency meeting   on October 25, 2014

In this meeting, the Committee has discussed the removal of General Kamal from the chairmanship of the OLF on October 23, 2014 by Executive Committee .

The committee considered all matters that caused the removal, and accepted the decision of the Executive Committee. Until they choice the permanent leader, the committee has appoint three individuals:  Dr. Nuro Dedefo, Chairperson, Brigadier General Hailu Gonfa , Head of Political Affairs, and  Mr. Kassim Abbaa Nasha Head of  Foreign Relations.  The rest of the executive leaders names will be announced subsequently.

The Central Committee directs the new leaders to focus on the directive it gave to Executive Committee last year that is to work without precondition with all political organizations that struggle to dismantle the oppressive Woyyanne regimes that all peoples in Ethiopia live in peace, freedom and justice.

Oromo Liberation Front Central Committee

October 26, 2014

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …

2 comments

  1. Jaarmoleen Siyansaa Oromoo hundu Ossoo walgalan hojeetaan irraa wayyaa dha. Diinafi akkas kara saquun garu,doofuma siyaasaa irraa nu qabnu agarsisa. Hanga danda’ameetti waluman hasa’uu danda’uu yoo hindandenyee ammo media irraa bahaani kabajaa wal dhabsisuu hinbarbachisuu. Keessumatti fixuun ossoo dada’amuu..

  2. waan hin jire maali godhuu? warri kun duranuu hiinjirtuu maaliti maal filaa? Kan nuurroon filame jedhame akka namni hinjire muulusa!