( VIIDIYOO) Wolonkomii keessatti sirna awwalchaa gaggeeffame,Muddee 18 bara 2015http://bit.ly/1RXbWhFViidiyoo kana...

Posted by VOA Afaan Oromoo on den 18 december 2015

Dhiigaa xuxxuun agaamee akkamitti akka mucaa sanii irraa ajjeese ragaa..

Viidiyoo kana irratti abbaan mucaa ajjeefamee fi jiraattonni akkaataa itti ajjefamee fi waayee lafa irraa buqa’uu dubbatan.

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Inni silaa hayyuuf eegan yeroo kashlabbetti gadi deeb’iu..

Jaafar Ali qarshii fii taayatan ergamtuu wayyanee ta biyya isa baafteen waan machaawe fakkaata

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *