Oduu Haaraya

Damee hortee oromo Ilmman Oromo lammii (2)

1,boraana
2 ,bareentu
Booranni Ilmman.12 dhalee isaanis
1,wallagga
2,callabba
3,goree
4,goofaa
5,sidaamoo
6,arii
7,dacee
8,garrii
9,guraa
10,giriirraa
11,naayroobii.fii
12,gujii
Bareentuun Ilmman 5,dhalee
1,xummuungaa
2,murawwa
3,karrayyuu
4,hunbanna
5,Qal’oo
Xummuungaan Ilmman 3dhalee
1,arsii
2,asoosaa
3,hawaasa
Murawwaan,1dhalee.innis.ltuudha.jedhama.
Ituun,10,dhalee.isaanis
1,waatee
2,gaamoo
3,baayee
4,galaan
5,Addaayyoo
6,baabboo.
7,waaree
8,algaa
9,gaaddullaa
10,Elolloo
Karrayyuun,barentuu.ilmmaan.12.dhalee
1,dullachaa
2,Abbichuu
3,gonbichuu
4,sayyuu
5,oboo
6,oborii
7,jiillee
8,bullaalla
9,mucee
10,galaan
11,salaalee,
12,wallo
Hunbannaan.ilma,1dhalee
Innis.Anniyyaa.jedhama
Anniyyaa..7dhalee
1,malkka
2,baabboo
3,dinbii
4,baaduu..(biduu)
5,mucii
6,naanna.a
7,kudheedhee
Qallo.4.. dhalee
1.ala
2,daga
3,oborraa
4,baabbile
Ala 12 dhalee
1,abbayii
2,nuunnu
3,kaaku
4,buubbu
5,diiramuu
6,abbaadho
7,goollo
8,Eerii
9,utayyu
10,gaalan
11,meettaa
12,arroojjii
Dagaa,,3 dhalee
1,noolee
2,jaarsoo
3,huume.
Oborraan..3 dhalee
1,akkichu
2,bil,l
3,dooranii
Baabbile 3 dhalee
1,gantuub
2,hawiyyaa
3,hawaasilee
Arsiin, 2 dhalee
1,sikkoo
2,mandoo
Sikkoo ,5 dhalee
1,buullaalla
2,wucaalee
3,wooji
4,jaawwii
5,llaannii
Mandi,,7 dhalee
1,raayituu(raa’idoo)
2,hawaxxuu
3,karaara
4,karrayyuu
5,meettaa
6,arroojii
7,garjeeda
Akkichuu.. oborraa ilma,2, dhalee
1,dhaayii
2,biliidaa
Dhaayii 3,dhalee
1,dukkoo
2,kooyee
3,allaatayya
Billiidaan, 3 dhalee
1,godaana
2,busaa
3,allaa
Gujiin boorana 3 dhalee
1,hookkuu
2,Uraagaa
3,matii..maatii
Hookkuun 7dhalee
1,galalchaa
2,oborraa
3,michillee
4,heeraa
5,bundhituu
6,kinnoo
7,baallaa
Uraaggaan 6 dhalee
1,goolloo
2,hallaa”oo
3,Agantuu
4,daraartuu
5,sarboortuu
6,waajituu
Maatiin 3 dhalee
1,hirqaantuu
2,linsoolee
3,hundee. Itti fufaaaaaa
Yoo karaa daabee itti guttaaa issin sabaa koo oromo hortee kushii horaa bulaa badhadha dagagaa lslissaa akka hababoo gaanaa.

Check Also

xalayaa

Seenaa gammachuu qamaltii: Kutaa Tokkoffaa

Taammanaa Bitimaa irraa Jaalatamoo fi kabajamoo yaa dubbiftoota barreeffama kanaa, mee kunoo hardha irraa kaaseen: …

32 comments

  1. Akkam jirtuu Qophesitota damee hortee ilmaan Oromoo baga jirtan jechaa seenaa ani oromoo dhunfaa ykn mangudoo oromoo tokko irraa baradheef seenaa akkata hortee ilmaan Oromoo isiin asirraati barreessitan wal dhabbaa kanafu yoo dogongorii kara koo jirtee dogongortee jirta nana jedha nanii fudhadha hayye akkata barnoota koti isif ibsuu yaala (1) dameen hortee oromoo keessaa oromoo buu,aarii ykn hundaan kumsaa isa maddaawalabuu Godina baalee keessaati kan argamuu irraayi Erga achiraa ka,ee booda naannoolee oromiyaa kutalee gargaara keessaati Quphatudhan hortee isa ittuma fufee turuu isatu naa himame horteedhan kuna maqaan isani akka armaan gaditi isiinf ibsuu yaalee kan:::::::::
    1/ damee hortee -saboo
    2/damee hortee-gonii
    3/damee hortee-maccaa
    4/damee hortee-tullamaa
    5/damee hortee-sikkoo
    6/damee hortee-manddoo
    7/damee hortee-ittuu
    8/damee hortee-hunbannaa
    Kan jedhuu baradhee turee isan ani armaan olati maqaa isa isiinf taressee kuni hundiinuu damee hortee hedduu ufa jala Qabnaa hortee horte,ee isanilee akkasumatii damee hortee hedduu ufa jala Qabnaa kan jedhuudhan seenaa waa,ee ilmaan Oromoo dha baradhee wan taheef mee yoo seenaa ani baradhee kuni dogongora taheef yoo dhugaa taheellee addaan naa basa maaloo dhifama wajjiin ani akkan kan isiin gaafatee ::::::::: Awwal Umar kadir toolaa jedhama Godina baalee annaa Agarfaa gandaa mokkona farajjoo irraa gaafii kotif debbii barbadaa galatooma dogongora Qubee jiruuf naa hofkochaa ????,

  2. Anilleeyaadanqaba as irratti hortee.oromoo.tuulamaa garadhihaatti argamankeessaa godina.qellemwallagga Aanaa GawooQeebbeganda Gaanqaa Icoo jedhamutti ummata (Gaanqaa ) jedhama tu argamu.isaanis.ummata.armaan.olitti.tarraa.ankanakeessa.hinjiran.maaloo.damee ummatakanaa.naafqoradhaa.naafhimaa

  3. abdusalamhasanadamm

    Anii bareefama kannara wantii hafee jira oromo keessaa goostii Dawwee jedhamtu oromo keessatii lakkawamtii

  4. abdusalamhasanadamm

    Wan bekkurayii

  5. Baay’ee nama gammchiisa galanni Kee bilisummaa haatahu.

  6. Akkam jirtuu qopheessitoota kitaaba kanaa fi qoraattota hortee ilmaan oromoo,.waa’ee Sinichoo kan jedhu hortee Oromoo keessatti hin ka’amne,garuu amma ammatti nuti kan beeknu horteen keenya Oromoo ta’uu keenya.mee adaraa keessan “sinichoo”n horteeisaa kami yoo oromoo ta’uu batees maaljala gala Ethiopia keessaa ? Uummatni kun baayinaan Eebantuu, Limmuu,Haroo limmuu fi naanna’aa benishangul jiraachuu isaanii ni beekna.Haata’u malee Kitaabni “Jildi ” jedhamu waa’ee sanyii/hortee kanaa waan jedhe hin qabu kanaaf isiin maal jettu?Horaa bulaa

  7. Ashamaa ilmaan Aayyaa nagenyi badhaadha gosti nagesso gosoota oromoo kam jalatti ramadamaa ? horaa bulaa

  8. Qopheesitoota sanyii horte kuushi ilmaan oromoo baayyee galatooma isanin jedha. Anis waan isan qopheessita irra waan baayyee baradhee jira. Ammas jabaadha itti Fufa akka gaariiti seenaa ilmaan kuushi hunda barbaada walbaraiisa hanga isaan walbaratani,waliiti dhufani tokkumma isani chimsani bilissummaati ba’aniti jabaadha itti fufa waaqi isan waliin jiraatinna.Anin Godana jaldesa jirmooti.

  9. Ishoo jedhe…

  10. Horteen kun guutuun isaa qixa sirriin hin barreeffamne

  11. Ilanni bale kessati argamiti sikoo kessa

  12. Ilanni bale kessati argamiti sikoo kessa

  13. Galaatoma isin hundinuu

  14. Oborraan 3dhale
    Akkichu
    Billii
    Dagaa
    Malee doranni miti
    Ammas gosa ituu kessaa waatee kan jedhu waayyee dha
    Innii biraa gosa aniyyaa kodhelle kan jedhame san bidu,maccaa,annaa,koyyee afran kodhelleti
    Karraayyuun 9dhale male 10ni miti.

  15. Ilmaa oromo hunduu seenaan isaa bekuu qaba

  16. Abdulkerim sheka

    Galatoomii

  17. Kenenisa Abera

    Deebi quubsa waa’ee laatisa oromoo kan irrattii akka gad fagenya nuu kenna

  18. Galatooma

  19. Eeyyeen haalan tolaadha Mee Isa hafe maxxaansuun gumaachaa oromuummaa keessan akka nuuf gootan isiin ja’a

  20. Wakbeekuun tokkummsadha
    Hayyummadha
    Sanyii koo galatoomi

  21. Maalif dameewwan hortee ilmaan booraa hin bareeffamne

  22. Shumi Abdurahman Ali

    Gaariidha ,Iddoo tokko tokkotti jijjiiramni maqaa Ni jira.
    Osoo naannawa isaan qubatan waliin barraa’ee Kana daran tola.Galatoomaa.

  23. Duran dursee horte ilmaan oromoo akanati babadhifte na’un bayee kan dinqufi kan aja’ibsfamudha. Galatomo.
    Itti ansudhan immo wa’e gossa tokko
    Sigafachun barbada kanf yoo simijate
    Na’umsaf halata amma itti jirru os oo
    Naa ibsite natti tolla senadhafan bar bade. Innis wa’e Gossaa GABBARAA
    (Gossa dawee Gabbaraa jedhamu).
    Tsaggaa Ashamoo Ganamoo jedhama.