Yaa’ii Majliisa Dhimmoota Islaamaa Marsaa Lammaffaa har’a geggeeffamaa jiruun, sheek Hajjii Ibraahim Tufaa Prezidaantii Majlisa Federaalaa tahuun filatamanii jiru. Gumiin dhimma Islaamaa Federaala Toophiyaa guyyaa …
Read More »Sa’aa 24 keeysatti waajjirri nuuf haa gad dhiifamu!
Majlisnni Oromiyaas akkuma ka duraa Zulmii nurratti dalagaa jira
Lammiin biyya tokkoo nagayaan biyya isaa keessa jiraachuun mirga qaba
Dhaloota akkanaa taanu malee Itti gaafatamummaa seenaa jalaa hin baanu
Sagantaan dorgommii Qur’aanaa magaalaa Finfinnee
Majlisa keennaaf nama bakka nu bu’u filanne, seeraafi heera eegsisuun, sagalee ummataa kabachisiisuun qaama ilaallatu bira jira!
Sheekh Hajjii Ibraahim Tufaa Pirezidaantii Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa tahuun filataman
Manni maree dhimmoota islaamummaa Itiyoophiyaa sanada dambii Ittiin bulmaata. Mana marichaa erga mirkaneessee booda har’a miidiyaaleef ibsa kenneera. Kanumaanis koree hoji raawwachiistuu 15 filachuu yeroofi …
Read More »Eeyba masjiida magaalaa Dadar
Hawaasni koo kan Magaalaa Dadar Baga Rabbiin Mana isaa isin badhaase! Madda imaanaa fi Ilmiin irraa hin citne isiniif haa godhu! Warroottan hojii bonsaa kana …
Read More »Oromoon kan akkatti yaadu osoo qabduu gabrummaa jala buluun qaanyi
https://www.facebook.com/403470183396557/videos/897407550732535/?t=11 Gorsa dhama qubu, kan Oromoo fayyaddu.. haala yeroo ammaa Majlisa muslimaa jiddutti deema jiru Ustaaz Suufiyaan Usmaaniin
Read More »