Rooba gaffaa akkan taane wareegnni nuun duraa Badee xifaa akkan taane dhiignni goota maraa Seenaa gootota kheenyaa dhiigaan barreeysinaa Akka maqaan jiraatu barumarraan baraa Dahaama …
Read More »Qabsaawaan Ni Kufaa, Qabsoon Itti Fufa!
Irraanfachuu hin qabnuu hogguu haa yaadannuu, Haa wal yaadachiifnuu namuu haa qaabannuu, Waan dhaammatan qabuu gootowwan kaleessaa, Kan haqamuu hin qabne sammuu keenya keessaa. (2) …
Read More »Afaan Ofii barachuun manarraa eegala
Keessumaa biyya Alagaatti alagaa fuudhanii irraa dhalanii daa’ima ofii afaanii fii aadaa ofii barsiisuu jechuun sabboonummaa fii cichummaa gaafata. Keessuma dhalli Oromoo Ka abbaa …
Read More »MURNA AFANFAAJJII
Hogbarruun Afaan Oromoo sadarkaa maaliirra jira?
Abdii Boruutiin Har’a dhimmi Oromoo kamiiyyuu, seenaas ta’ee aadaan; Afaanis ta’ee wanti biraa dhimma siyaasaa ti yoon jedhe waanan dogoggore natti …
Read More »Uummata miliyoona afurtamaa ol ta’u keessaa, kumni shan (5000) dhabamuun qaanii guddaa mitii?
Abdii Boruutiin Barruu gabaabaa kana akkan dhiyeessu kan na taasise, rakkoolee uummata Oromoo ilaalchisee, waayee Waldaa Dargaggoota Oromoo Addunyaatiin (WDOAn) mata dure …
Read More »Qubeen Afaan Oromoo mallattoo bilisummaa ti, dhalootni qubee ammoo abdii egeree ti
Abdii Boruutiin Waggoota afurtama dura, yeroo Afaan Oromoo raadiyoonii cabsa jedhanii dubbatan sana, Afaan keenya haala sana keessaa bahee, sadarkaa har’aa …
Read More »Afaan Oromoo dur hacuuccaa diinaatu duubatti isa hanbise, har’a hoo maaltu duubatti isa hanbisa?
Abdii Boruutiin Akkuma beekamu, Afaan Oromoo bar-dhibbee tokkoo ol hacuuccaa ykn cunqursa diinaa jala waan tureef; akkasumas otuu ittiin hin barreessamin …
Read More »Guddina Afaan Oromoof maaltu godhame, maaltu godhamaa jira, maaltu godhamuu qaba?
Daldaaltota dhiigaa
Tuesday, 03.26.2013, 04:39am (GMT) daldaaltota dhiigaa Bitamee gurguramee Qarshitti gedderamee Dhigatu daldalammaa Bu\’aatu irraa argamaa Bara dhigni qaala\’e Gabaatu dhigaa ta\’e Namni dhiga baatee …
Read More »