Waa’ee og-barruulee Afaan Oromoo akka burqaa gola Oromiyaa mara keessaa finiinaa jiraanii? Yaadaafi hirmaannaa keessaniif galata guddaa qabna. These are among the books of Afan …
Read More »Oduu Dur: Sheekko Sheekkoo..
YAA DHALOOTA QUBEE**
Afaan Oromootiin maqaalee ji’annii kana beeyta? Yoo hin beekne kunoo shaakali
Maqaalee Ji’oota takkaa baatiilee Afaan Oromootiin meeqa keenyaatu beeka? Keessumattuu joolleen Oromoo ta Oromiyaa Alatti dhalatan maqaan ji’ootaa hafeetuu kan Afaan ofiituu hin beeyne lakkooysa …
Read More »Dhugaaf kutateeti seene kharaa…
Dhugaaf kutateeti seene kharaa Hacuuccaa didee barbaada furaa kharaa walbaa bal\’isee banuuf Booree cubbuufii cubbissa cubbo Dhawee gombisuf abbotii shiraa Buqqase darbbuf gufuuf if duraa …
Read More »Barnoota qubee Afaan Oromoo kutaa duraa
Boyyee fi karkarroo
Boyyeef karkarroo godeeyyii bineensaa Manamoo daggala galmi keessan eessaa Booyyeen manas gala bifti isaa waa lama Midhagan si caalaa karkarroodhaan falma. Keellan najjaranii waa hunda …
Read More »Gaafa manaa bahu jalqabuma duraa
Haadhaa fi abbaa obboleeyyan mara Ollaa fi ganda ahliidhaa fi fira Osoo hin jaalatin sosssobachaa garaa Dirqamuma ta’eef ka’ee bu’e karaa. Amna jalqabuuf galaa …
Read More »Seenaa kaleessaa odeessaa kallattii dhugaa dabsuun gatatuu (obbaatii ta’uu) dha
Hayyee! Attam jirtu? Barreeffama kana yoo dheerate iyyuu haala mijateen gurra sabaan nuuf gahaa! Seenaa kaleessaa odeessaa kallattii dhugaa dabsuun gatatuu( Obbaatii ta’uu) dha. Seenaan …
Read More »Abjjuun Baraa Dheeraa!!
Walirrati hin duullu galiin teenya takkaa Kha hojjatuu tolcha kha hojatuu tolchaa Jalallee Dabarttee yoo namani waa yakkee Aanaa dhaatu gorssa yoo badii itti arkkee …
Read More »