Ayyoo Akkam jedhee waamu, jechan na rakkisaa Yoon itti yaadullee, wallaale waan isaa Yaanni naaf hin dhufuu, bay’ee na rakisaa Ol yaaduu fi gadi yaaduun, …
Read More »Moromaa Hin Feesisu!!
Gaafiin teenya kurfo fedhiin teenya ifaa Wanni nu barbbaannu bilisummaa qofaa Wanni fedhe hafee isii arakannu quufa Wanii isiin achii dhufus booda dhufaa Waa takalleen …
Read More »Jalqabni waa maraa maquma Rabbiitii
Jalqabni waa maraa maquma Rabbiitii Alhamdulillah galanni kan isaati Kan nu jiraachisu baraa fi baratti Nagayaaf raahmanni Rassuula irratti Yoomuu haa jiraatu hanga dhumaatitti Isa …
Read More »Qophii bashannana Hawaasa Oromoo magaalaa guddittii biyya Noorweey OSLOO
Yaa Oromiyaa dhallii kee inni bahar achi cehe bashannanaa fii qananiin burraaqaa jiraa, inni kaan immoo mana hidhaa fii gabrummaa jalatti waadamaa jiraa……
Read More »Iyya Dabarsaa!!
Ali Birra – the Universal Ambassador of the Oromo Language and Culture
Written by: Mekkonen Taddese Mekonnen Part One —————– Ali Birra is a virtuous creative singer. His melodies are rooted in Oromo culture. His lyrics are …
Read More »Hanggaan fannafadhu lallabee si yaamee
Suma barbbaadata lafa meeqaan deemee Oduman siif iyyuu mataan na molaawee Arriin naan facaate dullomee goollaaawe Gaara dakhan jenne dachii wali gahee laggeen meqa ceehee …
Read More »OROMTICHA MOOTII SIRBAA
Sabboonaa Oromoo Alii Mahammad Muussaa Kabajamaa namaa abbaa hujii boonsaa Mee tamuma himeetin yaabo mee tam dhiisaa? Barreeffamteen-dhumtu seenaa fi faaruunsaa Xiqqon irraa himaa yaa …
Read More »Nama Hedduutti Sagantaa Dargaggootii Oromoo Ganna 50essoo Alii Birraa Sirba Itti Jalqabe Ulfeessuuf Qopheessaniif MN Yaahuutti Jira
Ganna 50essoo Ulfinna Sirba Alii Birraa Adoolessa 2, 2013, WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Eeegee maqaa sirbaa itti baasan malee silaa maqaan warri baaseef, …
Read More »Akkaan yoo mirriysan malee
NAMNI BARREESSE:- DR/MOHAMMED RASHAAD ABDULLEE Akkaan yoo mirriysan malee yookkaan geyraran malee afaan guddaa dhabanii walle’ee weedduu malee yookkaan taphatan melee afaan bal’aan horanii **************************** …
Read More »