Beeksisa!! Kabajamtoota daawwattoota keenya: Warri hamma ammaa gumaatan nu bira dhaabbattan martii keessan galatooma. Marsaa kana jiraachisuu keessaniif irraa deebinee galatooma jenna. Ispoonsariin keenya isinuma waan taaheef, Warrii hojii nuti goone kanatti gammaddanii akka dalagaan tun itti fuftu barbaaddan waggatti/barattii miseensummaan $24,99 qofa. warrii dandessan

Dear visitor, Help Contribute towards Cost of Bandwidth, so more material can be added
Our Aim is to keep bilisummaa site free so that it will always give free service to you over the net.
If you liked our site we ask you to help with the cost of hosting a maintaining this website, you can help by donating or by becoming our members

Adunyaan akkamitti bulee fi akka itti oole, maaltu maal ta'e yoo baruu barbaaddan....  
 

Gabatee
Mana
    ~
    ~ Abdii Boruu
    ~ Bashannana Ayyaanaa
    ~ Diraamaa
    ~ Geerarsa
    ~ Hawwisoo
    ~ Ispoortii
    ~ Raajii
    ~ Sagalee Ummataa
    ~ Shaggooyyee
    ~ Sirba Aadaa
    ~ Sirba Viidiyoo
    ~ Tapha B.
    ~ The lies of OPDO
    ~ TV Clips
    ~ Uumaa . M. O
    ~ Warraaysa
Viidiyoo
Himi hiriyyaa keetiif
Nu qunnami

14 Tokens Left

Barbaadi

User Login





Statistics
Total Videos: 1939
Played Today: 1664726
Overall Played: 1664895
Total Members: 107
Newest Member: oromo

Users Online: 14 (0 members and 14 guests)

Top Links
Sorry, updating!
Your Link Here!
More Links ...


Tapha Haaraya
Kora Oslo 20100905 (129 times)
Maddaa Walaabuu 20100905 (20 times)
Oduu adaree 20100908 (15 times)
Warqee 20100909 (44 times)
Iid Mubaarak 20100909 (29 times)
Nuhoo Alibirraa fii Qamar (66 times)
Said Mohamed 2010903 (359 times)
Oduu adareee 20100901 (356 times)
Dorgaa dorgee 20100831 (118 times)
Gaaddisa Dhugaa 20100829 (301 times)

Viidiyoo Jaalatamaa
Onesmoos/Sh.Bakrii Saphalo (12856 times)
B. Jenaraal Taddasaa (10301 times)
Aadam Haarun (9152 times)
Miseensoota ABO (8550 times)
Run for Oromia Final (8466 times)
Aliif Qamar (8422 times)
Aadam Haarun (7808 times)
Baandii Odaa Bultum (7339 times)
Fayysiaa Furii (6863 times)
Inside rebel territory 090810 (6778 times)

Top Players
mariyaa (5559 points)
Tufaa (154 points)
essa kadir lensiso (114 points)
abdalla (112 points)
badrii (112 points)
abbaagaroo (111 points)
Mootii (103 points)
khalid (86 points)
toltuu (68 points)
abdii (54 points)



Tell-A-Friend

Aliif Qamar

[rate]

Yaaliin Wallisaa Qamar Yusufifi Ali Birraa wilddiruu fashale jedhu..... Ali Birraa, Umer Suleeymaan, Shantam Shubbisaa fi akkasumatti Aadam Haarun Yeroo ammaa sagaleen isaanii meediayaa ABO irraa akkaa hin dabarree ugguramanii jiran jedhu.. Kun kanaan otuu jiru "paltalk galma qabsoo bilisummaa Oromoo" mana jedhu keessatti guyyaa 14/10/07 Obboo Qamariin akkaa gootaa godhan Ali Birraa akkee ergamtuu OPDO godhanii dabarsaa turan jedha gabaasaan achii nu qaqqabe


User: Guest
Date: 2010-04-04
www; bilisumma

User: Guest
Date: 2010-03-24
danadaytiin oromo waligalte dhabbuu. wali fakkatni wali nyachuu fi wali sobbu. sabbani wali hin qodinna yaa oromo.oromo afaan tokko seena tokko.haa wali galuu,

User: Guest
Date: 2009-11-08
Qamar is the king of East African Musicians zizo mn

User: Guest
Date: 2009-10-14
garuu namni biyya dhaqee deb'iu danda'u hundi wahuma qaba waa qabsaawaa naitti hinfakkaatu. haatahuu malee gazeexoota nama afur0(4)knnan shanee morman arihamaniiti jiran. Malles akkana itti isiniif gad hindhiisuu hubadhaa qawwee malee. yoo wraanaan irraa dhume male.

User: Guest
Date: 2009-09-27
Qamar Hamma jiruu keett keessatti hardhummaa dhugaa dubatte. Dhartti yoo afaan qabannis kalleen xiixxi jedhanni , dhugaan tan atti amma dubatu tanaa irraa hin fagaattiin. GLTM

Click to view all comments

Comment:


Please enter the verification code displayed above


(pressing Add Comment will refresh your game)


www.bilisummaa.com©2008 Welcome To the latest Oromo video news stories and information free from bilisummaa.com