Beeksisa!! Kabajamtoota daawwattoota keenya: Warri hamma ammaa gumaatan nu bira dhaabbattan martii keessan galatooma. Marsaa kana jiraachisuu keessaniif irraa deebinee galatooma jenna. Ispoonsariin keenya isinuma waan taaheef, Warrii hojii nuti goone kanatti gammaddanii akka dalagaan tun itti fuftu barbaaddan waggatti/barattii miseensummaan $24,99 qofa. warrii dandessan

Dear visitor, Help Contribute towards Cost of Bandwidth, so more material can be added
Our Aim is to keep bilisummaa site free so that it will always give free service to you over the net.
If you liked our site we ask you to help with the cost of hosting a maintaining this website, you can help by donating or by becoming our members

Adunyaan akkamitti bulee fi akka itti oole, maaltu maal ta'e yoo baruu barbaaddan....  
 

Gabatee
Mana
    ~
    ~ Abdii Boruu
    ~ Bashannana Ayyaanaa
    ~ Diraamaa
    ~ Geerarsa
    ~ Hawwisoo
    ~ Ispoortii
    ~ Raajii
    ~ Sagalee Ummataa
    ~ Shaggooyyee
    ~ Sirba Aadaa
    ~ Sirba Viidiyoo
    ~ Tapha B.
    ~ The lies of OPDO
    ~ TV Clips
    ~ Uumaa . M. O
    ~ Warraaysa
Viidiyoo
Himi hiriyyaa keetiif
Nu qunnami

12 Tokens Left

Barbaadi

User Login





Statistics
Total Videos: 1939
Played Today: 1664773
Overall Played: 1664942
Total Members: 107
Newest Member: oromo

Users Online: 11 (0 members and 11 guests)

Top Links
Sorry, updating!
Your Link Here!
More Links ...


Tapha Haaraya
Kora Oslo 20100905 (144 times)
Maddaa Walaabuu 20100905 (21 times)
Oduu adaree 20100908 (16 times)
Warqee 20100909 (47 times)
Iid Mubaarak 20100909 (32 times)
Nuhoo Alibirraa fii Qamar (69 times)
Said Mohamed 2010903 (359 times)
Oduu adareee 20100901 (356 times)
Dorgaa dorgee 20100831 (119 times)
Gaaddisa Dhugaa 20100829 (301 times)

Viidiyoo Jaalatamaa
Onesmoos/Sh.Bakrii Saphalo (12856 times)
B. Jenaraal Taddasaa (10301 times)
Aadam Haarun (9152 times)
Miseensoota ABO (8550 times)
Run for Oromia Final (8467 times)
Aliif Qamar (8422 times)
Aadam Haarun (7808 times)
Baandii Odaa Bultum (7339 times)
Fayysiaa Furii (6863 times)
Inside rebel territory 090810 (6778 times)

Top Players
mariyaa (5559 points)
Tufaa (154 points)
essa kadir lensiso (114 points)
abdalla (112 points)
badrii (112 points)
abbaagaroo (111 points)
Mootii (103 points)
khalid (86 points)
toltuu (68 points)
abdii (54 points)



Tell-A-Friend

Shanyii Oromtichaa

[rate]

"Shanyii Oromtichaa "...Dorgommii Agarsiisaa aadaa Daddaraaroo Oromoo Kamisee...070808 maxxanfame


User: Guest
Date: 2010-06-20
gammadaa h.ilmaan oromoo hundaa jaalala ga'aa rabbiin haa kennuuf warra bilisoomee adaa ofii akarsiifatu rabbiin nuuf haa godhuun hawwii ilmaan oromoo maraati

User: Guest
Date: 2010-06-20
yaanni keessan baay'ee bay'essaadha garuu dhiigni ummata oromoo kan kalee dhan gala'e qooruu dhiisii daran gad naqamaa akka jiru ragaaleen qabatamaa ibsaa jiru

User: Guest
Date: 2010-04-30
jabaadhaa yaalammiikoo bakka jirtan maraa. yaadadhaa seenaa qulqulluu dhugaa,eeggadhaati soba dhugaan walqabadhaa isin jidduu seenin sobduun nufakkaattee nudiiydu, yaadadhaa gootota joollee walloo"Raayyaa fii Yejjuurraa seenaan waan dubbatu, Daawee fii Baatee yifaatii fii Jiille waliin waan isaan nafxanyaa godhan akka sonsaa yeroo jara iddan diddaa gabrummaa walloon wareega baasaa jiran hanga har'aa Teedroosiin jalqabanii Yohannisiifii Mililikiin falmii isaan godhan jiillee fii Daaween Garfaa fii Baateen Haylesillaasee waan itti buusan diinni hindagattu gootummaa oromoota walloo oromoo isinoo hubattuu? yaa joollee Baalee qabsiiftuu qaanqee bilisummaa hangam gubdee nafxanyaa, yaa joollee Harargee qeeyroo kanniisaa dhalchiifte qabsoo bilisummaa lafee goototaa meeqaan Alaabaa Oromiyaa yeroo duraatiif Harargetti dhaabdee Odomiyaaf jettee waraan leenjiftee Hawwisoo Aadaa D/Dhawaarraa oromiyaa maratti labsitee leencota Arsii dirmachiiftee Oromoo fii Oromiyaa Nafxanyaa fudhachiifte Booranaaniis geeysee qabsoo finiinsite jabaadhaa yaa oromoo hanga Oromiyaan walaba taatee Alaabaan teenyaa addunyaa mara keeysaa laliftuu dhugaan dirree baatee" ja'a afranqallo b/Oromiyaarraa......

User: Guest
Date: 2010-03-22
WOWO WOWO--------Dhugumaa oromoo dhigni tokichaa aka malee namati tolaa KAMISSEE!!!!!!!!!!!!!!

User: Guest
Date: 2009-06-01

Click to view all comments

Comment:


Please enter the verification code displayed above


(pressing Add Comment will refresh your game)


www.bilisummaa.com©2008 Welcome To the latest Oromo video news stories and information free from bilisummaa.com