|
|||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||
|
Bayaan Leencoo fii Zalaalm [rate]
"Badii duraa irraa barachuu dadhabne, ta lamadaa irraa hiis barachuu dadhabne,
kunoo amma ta sadaffatti waa barre"
" Haatee bareeddii jennaan, karaa kana dabartii ni gartaa je'een" deebisaa Dr. Bayaan Asoobaa
Torontotti 2008 Yeroo gareen amma jijjirama ofiin jettu jijjiirama labstee turte irraa gaafatamee
namaaf deebisaa kanne ture. Kan inni jedhe dhugoome fakkaata. Mormii garee sadeen jiddutti
tahe kanarraa ummanni Oromoo maal hubata? ummanni Oromoo dhuguma daldaltoota kana irraa hagama
takka amantaa qaba? Kan mormii kana irratti waan fakkaataa dubbachuun injifate J/Zalaalm Naggaasaa
(QC ABO) fakkaata..isinoo maal jettu?? Guutuu gaafiif deebisaa VOA sagantaa Afaan Oromoo
Obboo Nugusuun..
|
||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||