|
|||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||
|
Galataa fii Abbabaa Barii [rate]
Qaadhimamtoonni Madrek boksiin wal afuufan..
Qaadhimamtoonn paartii Madrek ( She alaqa Mokonnin galataa Xaafaa fii Abbabaa Barii ) anaatu filama anaatu filama jechuun boksiin akka wala afuufaa jiran TV olola warshaa wayyanee irra daddabe'iiun diraamaa garsiisaa jira. .....Gurraandhala 7, 2010 Maxxanfame
|
||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||||