Beeksisa!! Kabajamtoota daawwattoota keenya: Warri hamma ammaa gumaatan nu bira dhaabbattan martii keessan galatooma. Marsaa kana jiraachisuu keessaniif irraa deebinee galatooma jenna. Ispoonsariin keenya isinuma waan taaheef, Warrii hojii nuti goone kanatti gammaddanii akka dalagaan tun itti fuftu barbaaddan waggatti/barattii miseensummaan $24,99 qofa. warrii dandessan

Dear visitor, Help Contribute towards Cost of Bandwidth, so more material can be added
Our Aim is to keep bilisummaa site free so that it will always give free service to you over the net.
If you liked our site we ask you to help with the cost of hosting a maintaining this website, you can help by donating or by becoming our members

Adunyaan akkamitti bulee fi akka itti oole, maaltu maal ta'e yoo baruu barbaaddan....  
 

Gabatee
Mana
    ~
    ~ Abdii Boruu
    ~ Bashannana Ayyaanaa
    ~ Diraamaa
    ~ Geerarsa
    ~ Hawwisoo
    ~ Ispoortii
    ~ Raajii
    ~ Sagalee Ummataa
    ~ Shaggooyyee
    ~ Sirba Aadaa
    ~ Sirba Viidiyoo
    ~ Tapha B.
    ~ The lies of OPDO
    ~ TV Clips
    ~ Uumaa . M. O
    ~ Warraaysa
Viidiyoo
Himi hiriyyaa keetiif
Nu qunnami

11 Tokens Left

Barbaadi

User Login





Statistics
Total Videos: 1939
Played Today: 1664758
Overall Played: 1664927
Total Members: 107
Newest Member: oromo

Users Online: 9 (0 members and 9 guests)

Top Links
Sorry, updating!
Your Link Here!
More Links ...


Tapha Haaraya
Kora Oslo 20100905 (139 times)
Maddaa Walaabuu 20100905 (20 times)
Oduu adaree 20100908 (15 times)
Warqee 20100909 (46 times)
Iid Mubaarak 20100909 (31 times)
Nuhoo Alibirraa fii Qamar (67 times)
Said Mohamed 2010903 (359 times)
Oduu adareee 20100901 (356 times)
Dorgaa dorgee 20100831 (119 times)
Gaaddisa Dhugaa 20100829 (301 times)

Viidiyoo Jaalatamaa
Onesmoos/Sh.Bakrii Saphalo (12856 times)
B. Jenaraal Taddasaa (10301 times)
Aadam Haarun (9152 times)
Miseensoota ABO (8550 times)
Run for Oromia Final (8467 times)
Aliif Qamar (8422 times)
Aadam Haarun (7808 times)
Baandii Odaa Bultum (7339 times)
Fayysiaa Furii (6863 times)
Inside rebel territory 090810 (6778 times)

Top Players
mariyaa (5559 points)
Tufaa (154 points)
essa kadir lensiso (114 points)
abdalla (112 points)
badrii (112 points)
abbaagaroo (111 points)
Mootii (103 points)
khalid (86 points)
toltuu (68 points)
abdii (54 points)



Tell-A-Friend

Hangafoota S Oromoo

[rate]

Hangafootiin sirbitoota Oromoo, tan gaafa namni Afaan Oromoo ittiin sirbuun hafee ittiin dubbachuu qaanfatuu ture, daangaa fii tuffii diinni Oromoo afaan kanaaf kaaye cabsanii baandii Afranqalloo moggaafatanii waltajjiirratti bahanii kanneen ummta buhaarsaa turan keessaa, Ali Shabboo, Alibirraa, Shantam Shubbisaa,Mahamuud Mohamed Sheeka, Ibraahim..kkf yeroo duraaf baroota dheeraa booda seenaa afaan kuniif warri afaan kana dubbatu keessa dabre sa'aa 11 calaaf ummta barsiisan..... galanni kan warra waltajjii seenaa qabeessa kana qopheesan Sarara Paltalk (Addee Dirree, Mataqomaa, Sabboonaa fii Fiixaa Mootii) Baruumsaa Marii, gaafiif deebisaa s'aa dheeraa kutaa duraa..caqasi


User: Guest
Date: 2010-01-03
gltm wallistoota gameessa tan seena kana dhala ilmaan keessaniif dabarsuu keessaniif rabbiin umrii dheertu isiniif hakannu ammalle akka dabaltanii nuuf dabarsitan abdii qabna

User: Guest
Date: 2010-01-02
Galatoomaa ! Galatoomaa ! Isiniis Bilisoomaa !!. J/Elemoo Bareentoo Biyyoo Biyya yaman,sana'a irraa.

User: Guest
Date: 2010-01-02
Galatoomaa !

User: Guest
Date: 2010-01-02

User: Guest
Date: 2010-01-01
Galatoomaa weellistoota keenna. Seenaa tare kaasanii ummata oromootif ibsuun baayyee gaarii dha. Garuu seenaa tarerraa maal baranna, funduraafis maal gochuu qabna kan jedhu irratti haa xiyyeefannu. Weellistoonni dhala oromoo ta'an hundi walitti dhufanii haga danda'aniin yoo qooda qabsoo oromoo keessatti qooda fudhatan harka shantama 50% fiixaan ni baasu. Wal qooduun guyyaa diinaaf biyya teenna irratti dheeressuun ammarraa haa hafu. RABBI NU HAAGARGAARU.

Click to view all comments

Comment:


Please enter the verification code displayed above


(pressing Add Comment will refresh your game)


www.bilisummaa.com©2008 Welcome To the latest Oromo video news stories and information free from bilisummaa.com